Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’anna jala oole
Finfinnee, Amajjii 10. 2013 (FBC)- Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan ture rasaasni kumni 4 fi 600 ol to’annaa jala ooleera.
Rasaasni kunneen guyyaa kaleessaa magaalaa Maqaleerraa gara…
Deettaan Ministira Qonnaa Federaalaa Dooktar Mandafiroo Taaddasaa fi obbo Dhaabaa Dabalee jirattoota…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) –Deettaan Ministira Qonnaa Federaalaa Dooktar Mandafiroo Taaddasaa fi obbo Dhaabaa Dabalee jirattoota Aanaa Abuunaa Gindabarat waliin…
Ergaa Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa…
Finfinnee, Amajjii 10, 2013 (FBC ) – Ergaa Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun dabarsan.
Duraan-dursee…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 423 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 423 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun nama 1 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Miseensonni mana maree bakka bu’oota ummataa fi hoggantoonni ministeera fayyaa sosochii…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa fi hoggantoonni Ministeera Fayyaa waliin ta'uun sosochii dhaabbilee fayyaa Shawaa Bahaa daawwataniiru.…
Leenjiin haaromsaa kan kennameefi miseensoonni poolisii dhalattoota naannoo Tigiraay, naannichaatti…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Leenjiin haaromsaa kan kennameefi miseensoonni poolisii dhalattoota naannoo Tigiraay, naannichaatti bobbiin akka laatameefi Komishiniin Poolisii…
Yuunvarsiitiin Rifti Vaalii Kaampaasii Amboo marsaa 5ffaaf Barattoota kuma 5 fi 400 fi 56 barsiisaa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Rifti Vaalii Kaampaasii Amboo marsaa 5ffaaf Barattoota kuma 5 fi 400 fi 56 digrii jalqabaa, 2ffaa akkasumas leeveliin barsiisaa ture…
Amantoonni wayita ayyaana Cuuphaa kabajan COVID-19f akka hin saaxilamneef ofeeggannoo taasisuu qabu…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Amantoonni wayita ayyaana Cuuphaa kabajan COVID-19f akka hin saaxilamneef ofeeggannoo taasisuu akka qaban Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa…
Aadde Adaanach Abeebee imaltoota Aduwaa marsaa 8ffaaf galaa laachuun gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee imaltoota Aduwaa marsaa 8ffaaf galaa laachuun gaggeessaniiru.
Itti…
Buuffanni sakkata’insaa Ityoo-Keeniyaa walqunnamsiisu eebbifame
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) –Buuffanni sakkata’insaa Ityoo-Keeniyaa walqunnamsiisu eebbifame.
Buufatiicha eebbisiisuun tajaajilaaf banaa kan taasisan Daayreektarri Olaanaan…