Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugalichi leenjitoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisise
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Giddugalli Haaromsaa fi Dagaagina Ogummaa Dubartoota Egeree leenjitoota ogummaalee 17’n leenjisaa ture marsaa 2ffaaf eebbisiseera.
Kantiibaa…
Ayyaanni Iid Alfaxir akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajamuu qaba – Hajii Ibraahiim Tufaa
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Hajii Ibraahiim Tufaan Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1446ffaa sababeeffachuu…
Finfinneetti jijjiirama biyyaalessaa waggaa 7ffaa sababeeffachuun sochiin Ispoortii gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti jijjiirama biyyaalessaa waggaa 7ffaa sababeeffachuun sochiin Ispoortii kutaalee hawaasaa hirmaachiisee Giddugala…
Magaalaa Jimmaa fi Naqamteetti Bitootessa 24 sababeeffachuun fiigichi guddaan gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Jimmaa fi Naqamteetti Bitootessa 24 sababeeffachuun fiigichi guddaan daandirraa gaggeeffameera.
Magaalaa Jimmaatti…
Lammiileen kumni 3 fi 539 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 3 fi 539 torban kana gara biyyaatti deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen…
Tajaajila Loojistiksii daran ammayyeessuuf hojjetamaa jira –Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Leenjiin Shamarran damee Loojistiksii irratti bobbasuuf dandeessisu kennamuu eegaleera.
Leenjichi shamarran 100 naannolee hundaa fi bulchiinsa…
EBS Dookumantarii Burtukaan Tamasgeen ilaalchisee dabarseef dhiifama gaafate
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Teeleeviizyiiniin EBS Dookumantarii Burtukaan Tamasgeen ilaalchisee tamsaaseef dhiifama gaafateera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan EBS obbo Amaan…
Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru kanneen biroof fakkeenya- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa saba Waag Himraan hojjetamaa jiru bakkeewwan hanqina roobaa qaban biroof fakkeenya akka ta’e Ministirri Muummee Itti…
Baatii soomaa kana keessa namoota kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi taasifamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017 (FMC) – Baatii Sooma Ramadaanaafi Hiikaa keessa namoota harka qalleeyyii kuma 800 fi kuma 14’f deeggarsi garaagaraa taasifamuu Biiroon Dhimma Hojjetaafi…
Ambaasaaddar Daliil Kadir xalayaa muudama isaanii Pireezidaanti Siriil Ramaafoosaaf dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2017( FMC)- Afrikaa Kibbaatti Ambaasaaddara Itiyoophiyaa ta’uu kan muudaman Ambaasaaddar Daliil Kadir xalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Afrikaa Kibbaa Siriil…