Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adoolessa 24, 2017 guyyaa tokkotti biqiltuuwwan miiliyoona 700 dhaabuuf haa qophoofnu!
Guyyaa kana namoonni miiliyoonni 30 ol ashaaraa isaanii ni kaa’uun eegama.
Hundi keenyaa seenaa kana haa qoodannu, waloon dhaabuun haa dandamannu!
Guyyaa 4 qofatu hafe…
Dooktar Abiy Barreessituu Itti Aantuu Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad waliin…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Barreessituu Itti Aantuu Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad waliin mari'ataniiru.
Dooktar…
Yaa’ichi waadaa irraa gara gochaatti daandii ittiin jijjiiramne kan ittiin mul’isnuu dha- Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC) - Ministirri Fayyaa Dooktar Maqidas Dhaabaan yaa’iin sirna nyaataa daandii ittiin waadaa irraa gara gochaatti ittiin ceene warreen birootti kan ittiin…
Magaalichatti dargaggoota kuma 55 oliif carraan hojii uumame
Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC) - Magaalaa Shaashamanneetti dargaggoota kuma 55 fi 254’f carraa hojii uumeefiin jira jedhe Waajjirri Carraa Hojii Uumuufi Ogumma Magaalichaa.…
Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee qooduuf…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2017(FMC)-
Itiyoophiyaan yaa’ii Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti milkaa’ina ishee akka muuxannootti qooduuf qophoofteetti jedhe Tajaajilli…
Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurame
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii haala ho’aan kabajamuun xumurameera jedhe Koomaandi Poostiin Nageenyaa ayyaanichaa.
Ajajaan Qajeelcha Poolisii…
Magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi-…
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen magaalaa keenya kan ijaarru dhaloonni fayyaalessi akka uumamu, akka dhaaluufi akka misoomsuufi…
Gamaaggamni hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017 gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama hojiilee paartii dhaabbilee federaalaa bara 2017fi marii karoora bara 2018 gaggeeffamaa jira.
Gamaaggamichi bakka miseensonni…
Manni Maree naannichaa walga’ii idilee 10ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 19 , 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa walga’ii idilee 10ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessuu eegaleera.
Af-yaa’iin mana maree naannichaa Faantuu…
Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 18, 2017 (FMC) - Magaalaa Finfinneetti saaxilamummaa balaa lolaa ittisuuf hojiilee hedduun hojjetamaa jira jedhe Abbaan Taayitaa Daandiwwanii Magaalichaa .…