Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti namoonni yakka ajjeechaa fi saamichaan shakkaman to’atamuu poolisiin beeksise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Lixaa fi iddoolee biroo naannoo Oromiyaatti namoota yakka ajjeechaa fi saamichaan shakkaman to'annaa jala oolchuu Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa…
Koreen ministirootaa ittisa vaayrasii koroonaa biyyoolessaa, hoggansa naannolee fi magaalaa waliin…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Koreen ministirootaa ittisa vaayrasii koroonaa biyyoolessaa, hoggansa naannolee fi magaalaa waliin mari'ate.
Weerara vaayrasichaa ittisuu fi…
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 150 irratti vaayrasiin koroonaa argamuun mirkanaa'e.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan laabraatoorii…
Burraayyuun qonnaan bultootaa fi waldaalee intarpiraayizii gara invastimantiitti cee’aniif…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2012 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Burraayyuu qonnaan bultootaa fi waldaalee intarpiraayizii xixiqqaa gara invastimantiitti cee'aniif beekamtii laatte.
…
Ogeeyyii fayyyaa, Poolisii, hojjettoota ittisa balaa fi Poolisii Tiraafikaaf haguuggiin fuulaa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Hospitaala Zawdituutti argamuun haguuggii fuulaa gumaachaniiru.
Injiinar…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 1082 ga’e
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroona qabamanii 1,082 ga’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksiseera.
Qorannaa sa’aa 24…
Ityoophiyaatti hojjettoonni dhaabbilee fayyaa keessa hojjetan 65 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti hojjettoonni dhaabbilee fayyaa keessa hojjetan 65 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan…
Tarsiimoon geejjiba motora maleessa Ityoophiyaa ifoome
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Tarsiimoo geejjiba motora maleessa Ityoophiyaa Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Moogas ifoomsaniiru.
Tarsiimoon kun…
Sagantaa Ashaaraa magaariisaa keessatti hawaasni qooda isaa ba’uu qaba -KENBJQ
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Sagantaa Ashaaraa magaariisaa keessatti hawaasni qooda isaa ba’uu akka qabu Koomishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Jijjiirrama Qabeenya Qilleensaa…
Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse.
Itti gaafatamaan dhaabbata dhimmoota…