Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Chaayinaa Zaaho zhiyuu’aan waliin…
Godina Jimmaatti aabbootiin warraa 233,000 miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa ta’uu isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Godina Jimmaatti aabbootiin warraa 233,000 miseensa inshuraansii fayyaa hawaasaa ta'uu isaanii Waajjirri Eegumsa Fayyaa godinchaa beeksise.
Bara…
Adeemsa kaayyoo Juuntaa fashaleessuu keessatti gumaachi humna qilleessaa fi waraana lafoo olaanaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Ajaja Olaanaa Humna Qilleensaa FDRI Meejar Jenaraal Yiilmaa Mardaasaa adeemsa kaayyoo Juuntaa fashaleessuu keessatti gumaachi humna qilleessaa fi waraana…
Rasaasni seeraan ala konkolaataan imalaa tura kumni 2 fi 525 to’atame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Rasaasni seeraan ala konkolaataan imalaa tura kumni 2 fi 525 to’atamuu Komishiinii Gumruukaa Federaalaatti dameen Kombochaa beeksise.
Rasaasni…
Bulchiinsi magaalaa Mojoo waldaalee 3f meeshaalee qonnaa laate
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Mojoo waldaalee 3f meeshaalee qonnaa laateera.
Magaalaa Mojootti proojaktii qonna magaalaa seektara jallisiin hojjetameen…
Godina Wallagga Bahaatti jiraattonni aanaa Sibuu Siree hiriira nagaa bahanii ABO Shanee…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Godina Wallagga Bahaatti jiraattonni aanaa Sibuu Siree hiriira nagaa bahanii ABO Shanee Balaaleffatan.
Jiraattonni Magaalichaa kumaatamatti…
Aanaa Ambaasaalitti proojaktiin jallisii baasii Birrii miiliyoona 64n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaa aanaa Ambaasalitti proojaktiin jallisii baasii Birrii miiliyoona 64n ijaarame eebbifamuun tajaajjila eegale.…
Boordichi koorniyaa idileessurratti waldaalee siiviilii waliin mari’ataa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) –Boordiin Filannoo Biyyaaleessa qorannoo biyyaalessaa sirna koorniyaa idileessuurratti waldaalee siiviilii waliin marii taasiisaa jira.
Boordichi…
Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee preezdaantii Fiinlaand Saawulii Niniistoo waliin bilbilaan…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee preezdaantii Fiinlaand Saawulii Niniistoo waliin bilbilaan marii’ataniiru.
Turtii isaaniin…
Leenjiin marsaa jalqabaa leenjitoota tola ooltoota biyyaalessaa laatamaa jira
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Leenjiin marsaa jalqabaa leenjitoota tola ooltoota biyyaalessaa Yuunvarsiitiwwan hunda keessatti laatamaa jira.
Leenjitoota marsaa…