Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Dhimmoota Tarsiimawaa hojiilee raawwatee fi karoora isaa Ministeera nageenyaaf dhiyeesse.
Itti gaafatamaan dhaabbata dhimmoota…
Abbaan Alangaa Waliigaa buufataalee poolisii haaroomsuu fi haaraa ijaaruuf kan oolu Birrii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigaa buufataalee poolisii haaroomsuu fi haaraa ijaaruuf kan oolu Birrii miiliyoona 20 deeggarasa taasise.
Walii galteen…
Xaaliyaaniin daangaa ishee banaa taasifte
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Xaaliyaaniin daangawwan ishee sababa weerara vaayrasii koroonaan cuftee turte baanuu beeksifte.
Namoonni biyyoota garaagarraa gara…
Jimaata dhufu dhaabbiin biqiltuu ni eegala jedhame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Caamsaa 28, 2012 dhaabbiin biqiltuu waggaa #Ashaaraa magariisa ifatti kan jalqabu ta’uu ibsan.
…
Appilikeeshiniin tuttuqaa namootaa adda baasuu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) -Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa appilikeeshinii bilbilaa moobaayilaa “Daboo” jedhamu kan tuttuuqqii namootaa adda baasu ifoomse.
…
Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa haala raawwii labsii yeroo ariifachiisaa gamaaggaman
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Qaamooleen nageenyaa naannolee fi federaalaa raawwii qajeelfama labsii yeroo ariifachiisaa weerara vayrasii koroonaa ittisuuf ba’e gamaaggaman.…
Haala yeroorratti ibsa mootummaan naannoo Oromiyaa
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Mootummaan naannoo Oromiyaa biyya seeraa fi sirnaan bultu keessatti yaaliin qaxxaamuraan aangoo mootummaa qabachuuf taasifamu milkaa’uu kan hin…
Ummanni gaaffii bu’uraa yoo qabaate karaa sirriin yaa dhiyeessu – MNO
Finfinnee, Caamsaa 26, 2012 (FBC) - Gareewwan hiriira mormii qindeessaa jiran ummatatti fayyadamuun fedhii aangoo isaanii guuttachuuf warra socho'an ta’uu mootummaan naannoo…
Galmi Barkumee magaalaa Finfinnee wal’aanamtoota COVID-19 keessumeessuu eegale
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Galmi Barkumee magaalaa Finfinnee wal’aanamtoota COVID-19 keessumeessuu eegale.
Daayreektarri Olaanaan Giddugala Yaalaa Galma Barkumee Dooktar…
Ministeerii nageenyaa weerara vaayirasii koroonaa ittisuuf kan oolu deeggarsa taasise
Finfinnee, Caamsaa 25, 2012 (FBC) – Ministeerii nageenyaa weerara vaayirasii koroonaa ittisuuf kan oolu Naannoolee sagal, Bulchiinsa Magaalaa lamaafi bakka bu’oota Komishinii Poolisii…