Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerarri hoomaa awwaannisaa naannoo Soomaaleetti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu himame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Weerarri hoomaa awwaannisaa naannoo Soomaaleetti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa naannichaa beeksise.
Hoomichi…
Mootummaan Jaappaan miseensa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa kan ta’an obbo Hordofaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Mootummaan Jaappaaniin qaamolee hariiroo biyyoota lamaanii cimsuuf gumaachaa taasiisaniif kan laatu miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota kan ta'an obbo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 467 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 467 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dagannaa muul’atu hambisuuf hojjetamuu qaba – obbo Oordiin…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf dagannaa muul’atu hambisuuf xiyyeeffannoon hojjechuun murteessaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Hararii obbo Oordiin…
Mana Qopheessaa magaalaa Finfinneetti Richiitiin kabaja ayyaanaaf qophaa’e tasa dhoo’uun miidhaa…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Mana Qopheessaa magaalaa Finfinneetti Richiitiin sirna kabaja ayyaanoota adda addaaf qophaa’e tasa dhoo’uun miidhaa osoo hin qaqqabsiisiin to’atamuu…
Preezdaant Saahilawarq Ministira Alaa Ostiriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ostiriyaa Aleeksaandar Shaaleeksaandar waliin mari’ataniiru.
Duula…
Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Biloo Noophaatti Proojektoota…
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) –Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Biloo Noophaatti ijaarsa Proojektoota misooma jallisii fi oomishaalee biqiltuu adda…
Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa caasaalee hojii boonsaa hojjetan badhaaase
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa caasaalee hojii boonsaa hojjetan badhaaase.
Biiriichi karoora waggaa shanii keessa kan waggaa…
Dooktar Iyyoob Takkaalenyi Ityoophiyaatti ambaasaaddar Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalenyi Ityoophiyaatti ambaasaaddar Faransaay Reemii Maarshoon waliin mari’atan.…
Aadde Adaanach Abeebee abbootii qabeenyaa damee garagaraa irratti bobba’an waliin marii’atan
Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee abbootii qabeenyaa damee garagaraa irratti bobba’an waliin marii’ataniiru.…