Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 85 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Ityoophiyaanonni 1,484 Saawdii Arabiyaa fi Kuwetii gara biyyaa deebi’uufi
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Ityoophiyaanonni 1,484 Saawdii Arabiyaa fi Kuwetii gara biyyaa deebi'uufi.
Torbee kanaa fi torbee itti aanu keessa lammiileen kanneen gara…
Obbo Gadduun gitasaanii Speen; Araanchaa Goonzaaliiz waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gitasaanii Speen Araanchaa Goonzaaliiz waliin bilbilaan mari'atan.
…
Naannon Oromiyaa biqiltuu biiliyoona 3.5 dhaabuuf qophii taasisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Naannon Oromiyaa biqiltuu biiliyoona 3.5 dhaabuuf qophii taasisaa jira.
Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastara baadiyyaa…
Mariin; kalaqa yeroo rakkinaarratti xiyyeeffatu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Mariin weebinarii 2- "Kalaqni yeroo rakkinaatti" mata duree jedhuun qophaa'e gaggeeffame.
Waajjira Muummee Ministiraatii Dooktar Taammiraat…
Ityoophiyaatti namoota karaa seeraan alaa galan to’achuuf hojjetama jira
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf namoota karaa seeraan alaa Ityoophiyaa galaan to’achuuf caasaan nageenyaa hojii ijoo godhee hojjeeta jiraachuu…
Dhaabbanni Kristiiyaal Awutoomotiiv dhukkubsattota COVID-19 deddeebisan olaaniif laate
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) Dhaabbanni Kristiiyaal Awutoomotiiv dhukkubsattota fi shakkamtoota COVID-19 deddeebisan ambulaansootaa fi tajaajila tolaan biifa keemikaalaa fi dhiquu akka…
obbo Gadduugorsitoota hoji raawwachistoota miseensa mana maree olaanoo diyaaspoora Ityoophiyaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw gorsitoota hoji raawwachistoota miseensa mana maree olaanoo diyaaspoora Ityoophiyaa…
Ityoophiyaatti dabalataan namoota 109 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 109 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti sa’aa…
gabaasni Aministii Internaashinaal baase dhugaarraa kan fagaatee ta’uu Hoogganaan Biiroo…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2012 (FBC) –Gabaasni ajjechaa Oromiyaa keessatti qaqqabe jechuun Aministii Internaashinaal baase dhugaarraa kan fagaatee ta'uu Hoogganaan Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa…