Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Transform Primary Health (JSI) damee Oromiyaa meeshaalee fayyaa garaagaraa Birrii…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Transform Primary Health (JSI) damee Oromiyaa meeshaalee fayyaa garaagaraa Birrii miiliyoona 29 tti tilmaamamu taasiseera.
Dhaabbatichi…
Hanqina dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee tajaajila yaalaa naannoo Tigraay furuuf hojjetamuu qaba –…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hanqina dhiyeessii qorichaa fi meeshaalee tajaajila yaalaa naannoo Tigraay furuuf qaamoleen dhimmichi ilaallatu deeggarsa taasiisuu akka qaban Boordii…
Sirni awwaalcha Agituu Guddataa raawwate
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Sirni awwaalcha Agituu Guddataa Finfinnee Bataskaana Katoolikii ‘St.josef’tti raawwatameera.
Sirni awwaalcha Agituu bakka awwalchaa Wiingeetitti…
Garee ABUT cinaa hiriiranii kan turan hidhattoonni adda bilisa baasaa Afaar 120 karaa nagaan gara…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hidhattoonni Adda Bilisa Baasaa Afaar garee finxaaleyyii ABUT cinaa hiriiranii turan 120 ergama badii itti laatame dhiisuun karaa nagaan gara…
Emireetoonni Araba Gamtoomanii rakkoon daangaa Ityoo – Sudaan karaa nagaan akka furamu waamicha…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Emireetoonni Araba Gamtoomanii rakkoo daangaa Ityoo – Sudaan mariin furuun naannichaaf gaarii ta’uu ibsiteerti.
Ministeerri Dhimma Alaa fi…
Ityoophiyaatti namoota qorannoon taasiifameef keessaa %10 olirratti vaayrasichi argamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti namoota qorannoon laabraatoorii taasiifameef keessaa %10 olirratti vaayrasiin koroonaa argamaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksise.…
Dargaggoota tajaajila tola ooltootaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Arsiitti leenjiin laatamaa jira
Finfinnee, Amajjii , 2013 (FBC) –Dargaggoota tajaajila tola ooltootaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Arsiitti leenjiin laatamaa jira.
Leenjichi guyyoota 45f kan turu yoo ta’u,…
Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan…
Finfinnee, Amajjii , 2013 (FBC) - Dargaggoonni tajaajila tola ooltummaa biyyaalessaaf Yuunvarsiiti Walqixxee leenjiif galan hoggantoota Ministeera Nageenyaa waliin mari’atan.
…
Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti daawwannaa taasise
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC)- Gareen Koreewwan Dhaabbii Caffee naannoo Oromiyaa godinalee garaagaraatti hojii bu’uraalee misoomaa daawwateera.
Garichi godina Booranaa aanaa Yaa’a…
Manni Maree naannoo Afaar yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) - Manni Maree naannoo Afaar guyyaa har’aa yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa jedhame.
Manni maree naannichaa Faanaa BroodKaastiing Korporeetiif akka…