Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoji raawwachiistonni liigii dubartootaa Paartii Badhaadhinaa mari’achaa jiru
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Hoji raawwachiistonni liigii dubartootaa Paartii Badhaadhinaa Finfinneetti walga'ii isaanii gaggeessaa jiru.
Waltajjiin marichaa guyyaa…
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Tsiyoon gitasaanii Kuweet waliin…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Tsiyoon Takluun gitasaanii Kuweet waliin mari'atan.
Aadde Tsiyoon itti aanaa ministira dhimma alaa…
Hoggansi Waajjira Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Hoggansi waajjira olaanaa Paartii Badhaadhinaa naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaatti hojiilee misoomaa daawwate.
Daawwicharratti hoggansa…
Ityoophiyaanonni 333 Liibaanoos; Beeruutii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 333 marsaa jalqabaatin Liibaanoos; Beeruutii gara biyyaa deebi'an.
Lammiileen Ityoophiyaa kanneen biyyattiitti haala…
Manni barnootaa deeggarsa Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitin Roobeetti ijaarrame xumurame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Manni barnootaa oolmaa daa'immanii deeggarsa mootummaa Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitin magaalaa Roobeetti ijaarrame xumurame.
Manni barnootaa kun…
Barattoonni barnoota digrii 2ffaa fi 3ffaa barnoota isaanii xumuraa jiraachuu himame
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) - Dhaabbileen barnoota olaanoo barattootasaanii barnoota digrii 2ffaa fi 3ffaa xumursiisu eegalan.
Sabaaba COVID -19 barnoota digrii 2ffaa fi 3ffaa…
Ayyaanni Caamsaa 20 waggaa 29ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Ayyaanni Caamsaa 20 waggaa 29ffaan guutuu biyyaatti kabajamaa jira.
Yaadannoo ayyaanichaa sababeeffachuudhan har'a ganama magaalaa…
Poolisii Oromiyaa hanqinootaa fi ciminoota raawwii hojiirratti mudatan qorate
Finfinnee, Caamsaa 20, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Oromiyaa hanqinootaa fi ciminoota raawwii hojiirratti mudatan qorate.
Waltajjiin gamaaggama hojii hoggansa koomiishinichaa,…
Namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame 731 keessaa 458 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Namoota vaayrasiin koroonaa irratti argame 731 keessaa 458 jiraattoota magaalaa Finfinnee ta’uu Biiroon Eeggumsa Fayyaa magaalichaa beeksise.…
Hospitaalli dhukkubsattoota Covid -19 yaaluuf tajaajilu eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 19, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Hospitaalli dhukkubsattoota covid -19 yaaluuf tajaajilu ‘Finfinnee covid -19 fiild hospitaal’ jedhamu eebbifame.
…