Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Baatiiwwan shanan darban daldala alaa irraa Doolaarri biiliyoonni 1.3 argame
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Baatiiwwan shanan darban daldala alaa irraa Doolaarri biiliyoonni 1.3 argamMinisteerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Deettaan Ministira…
Jilli aadde Alamnash Asfaawuun durfamu Mattuutti hojii proojeektiwwan misooma garagaraa daawwata…
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Jilli Koreewwan Dhaabbii Caffee Dura Teessuu Koree Dhaabbii Dhimma Hawaasummaa aadde Alamnash Asfaawuun durfamu magaalaa Mattuutti proojeektiiwwan…
Waltajjiin dargaggoota sababawoo magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti gaggeeffama jira
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhiitti waltajjiin dargaggoota sababawoo gaggeeffama jira.
Waltajjiin marichaa mata duree ‘ijaarsa…
Akaakuun vaayrasii koroonaa haaran Ityoophiyaa akka hin seenne of eeggannoon taasifama…
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)-Biyyoota tokko tokko keessaatti muul’ata kan jiru akaakuun vaayrasii koroonaa haaran Ityoophiyaa akka hin seenneef of eeggannoon taasifamaa jiraachuu…
Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii eegalan.
Deettaan Ministira Fayyaa aadde…
Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo baroota dheeraa damee barnootaan waliin qaban cimsanii akka itti…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Marchuuksii waliin marii’atan.…
Kitaabnii fi dokumantariin, magaalaan Sabbataa eessaa garamitti jedhu eebbifame
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Kitaabnii fi dokumantariin, magaalaan Sabbataa eessaa garamitti jedhu qindeessummaa waajjira kominikeeshinii magaalaa Sabbataan qophaa'ee guyyaa har'a…
Sudaan sochii seeraan alaa daangaarratti taasiftu itti fufteetti-Ministeera Dhimma Alaa
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)-Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti sochii seeraan alaa taasisfuu itti fufuu ishee dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa ambaasaaddar Diina Muftiin…
Paarkoonni Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa oomisha gara biyyatti galu bakka buusuuf dandeettii guutuu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Paarkoonni Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa oomisha gara biyyatti galu bakka buusuuf dandeettii guutuu akka qaban Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Yaa’iin komishinaroota poolisii har’a akka itti fufetti jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin komishinaroota poolisii 12ffaa federaalaa, naannoo fi bulchiinsa magaalaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jiru itti fufeera.
Yaa’ichi…