Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooyya’iinsi diinagdee gooroo yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeesseera- Pireezidaanti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Fooyya’iinsi diinagdee gooroo hojiirra oole yeroo gabaabaa keessatti bu’aa abdachiisaa galmeessuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Haala nageenya naannawichaa gamaaggamuun tarkaanfii qabatamaa fudhatachuuf waliigalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) - Haala nagaa fi tasgabbii naannawichaa qorachuun tarkaanfii qabatamaa fudhachuuf waliigalamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa beeksise.…
Itiyoophiyaan nagaa kabachiisuu keessatti gahee ishee ammayyeessuun kan itti fuftu ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan nagaafi tasgabbii idil-addunyaa kabachiisuu keessatti gahee ishee ammayyeessuun kan itti fuftu ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa…
Oomishaalee zooniiwwan diinagdee addaa qulqullinaafi ariitiin buufataaleen gahuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii zoonii diinagdee addaa Boolee Lammiitti tajaajila giddugala tokkoo kennuu eegaleera.
Tajaajilicha…
Instiitiyuutichi ergama sirna haqaa tumsuu milkeessuuf qooda fudhattoota waliin hojjechaa jira
Instiitiyuutichi ergama sirna haqaa tumsuu milkeessuuf qooda fudhattoota waliin hojjechaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) –Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa ergama…
Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii milkaa’inoota argaman mul’isuu keessatti gahee isaanii bahachuu…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee milkaa’inoota dameewwan hundaan argaman mul’isuu keessatti ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshiin gahee isaanii bahachuu akka…
Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil…
Rakkoolee mariin furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Rakkoolee karaa nagaan mariidhaan furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Abuna…
Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Waliigalteewwan Inveestimeentii Doolaara biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600 mallatteeffaman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Komiishiniin Inveestimeentii Itiyoophiyaa Fooramii ‘Invest Ethiopia 2025 ’ jedhu irratti waliigalteewwan Doolaara Biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600…