Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daandiin Qilleensichaa Imaltoota Hajii fi Umraaf tajaajila saffisaa kennuf qophaa’eera jedhame
Caamsaa 5, 2017 (FMC) - gareen Daandii Qileensaa Itiyoophiyaa imaltoota Haajii fi Umraa baranaaf tajajila geejjibaa miijataa kennuuf qophaa’uu isaa beeksiseera.
Imala…
Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun…
Misoomaa fi nageenya waaraa mirkaneessuuf dhaabbileen amantii qooda isaanii cimsuu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Afrikaatti nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf dhabbileen amantii qooda isaanii ciminaan ba’uu akka qaban Pireezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen…
Rooba arfaasaatti sirnaan fayyadamuu barbaachisa – Inistiitiyuuticha
Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Rooba yeroo arfaasaa baatii xumuraa jijijjiiramaa roobaa jirutti sirnaan kuusuun fayidaa irra oolchuu akka barbaachisu Instiitiyuutiin Meetiyoorooloojii…
Manni Marichaa Waliigalteewwan Afur raggaasise
Finfinnee Caamsaa 5, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'ii idilee 29 ffaa bara hojii 4ffaa har'a gaggeesseen labsiiwwan waliigaltee Afur raggaasiseera.
Manni…
Miidhaa sababa balaa uumamaan qaqqabu dandamachuuf hawaasni akka waltumsu dhaamame
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017(FMC) - Rooba cimaa yeroo ammaa ittifufiinsaan roobaa jiru hordofee Godina Arsii Lixaa aanaa Kokossaa gandoota lama keessatti balaa bakakkaa uumameen beelladootaa…
Dargaggoonni leenjii Kooderootaa xumuran kumni 200 fi kumni 70 ol waraqaa ragaa fudhatan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Sagantaa Leenjii Kooderoota Miliyoona Shaniin dargaggoonni kuma 200 fi kuma 70 ol leenjii xumuruun waraqaa ragaa fudhachuun isaanii ibsame.
Guutummaa…
Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamaniiru- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamuu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny…
Dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Dhaabbilee ciccimoo ijaaruun dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa akka jiru Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa ibseera.
Biirichi…