Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti lafti heektarri kuma 700 ol sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Godina Shawaa Lixaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafti heektarri kumni 700 fi kumni 16 sanyiin uwwifameera jedhe Waajjirri Qonna Godinichaa.…
Guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu-…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Inistiitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa guyyoota itti aananitti bakkeewwan garaagaraa hanga roobaa giddugaleessaafi olaanaa ni argatu jedhe.…
Hidhi Guddicha Haaroomsaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati- Miseensoota Caffee Oromiyaa
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Hidhi Guddicha Haaroomsaa Itiyoophiyaa Ashaaraa Itiyoophiyaanotaati jedhan Miseensoonni Caffee Oromiyaa.
Hidhi Haaroomsaa tokkummaa fi humni…
Fooyya’iinsa diinagdee gooroo waaressuuf hirmaannaan damee dhuunfaa guddachuu qaba- Obbo Ahimad…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen fooyya’iinsa diinagdee gooroo hojiirra oole waaressuufi hirmaachisaa taasisuuf hirmaannaan damee…
Hidhi Haaromsaa Guddichi dandeettii ofiin mootummaafi uummataan kan ijaaramedha- Waajjiricha
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017(FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddichi guutummaatti dandeettii ofiin mootummaafi uummataan kan ijaaramedha jedhe Waajjirri Qindeessaa Piroojektii Hidha Haaromsa…
Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha – Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) - Barri 2017 bara dandamachuun itti eegaleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararuu Obbo Ordiin Badiriin.
Manne maree bulchiinsaa naannoo Hararii…
Godina Ariitti balaa sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Arii aanaa Kibba Aariitti balaa sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 5darbe.
Haatii fi Abbaan…
Raayyichi gahumsa amansiisaa haleellaa yaalamu qolachuu danda’urratti argama- Fiildi Maarshaal…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017(FMC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa gahumsa amansiisaa haleellaa kallattii kamirraayyuu yaalamu qolachuu danda’urratti argama jedhan Itaamaajoor shuumiin Waliigalaa…
Bulchiinsi magaalichaa dhaabbilee raawwii gaarii galmeessaniif beekamtii kenne
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhaabbilee bara baajataa xumurame keessa hojiilee faayadamummaa ummataa mirkaneessan hojjechuun raawwii gaarii…
Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa gaggeessuu eegale.
Pireezidaantiin naannichaa obbo…