Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli…
Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) – Hannii fi waliin dha’uun mallaaqa idil addunyaa teeknooloojiin deeggarame fashala’uu Tajaajilli Odeeffaannoo fi Nageenya Biyyaaleessaa beeksise.…
Magaalichatti sagantaan lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoome
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaan mata duree ‘maatii koo’ jedhuu lammiilee rakkoof saaxilamoo ta’an kuma 40 ol fayyadamoo taasisu ifoomeera.
Deeggarsichi…
Dr. Abiy Ahimad Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Buriyaan waliin mari’atan.
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duraa taa’aa Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaal Jeeneral Abdal Fataahi Abdalraahimaan Burihaan…
Baatiiwwan kurnaan darban keessatti galiin Birrii biiliyoona 1.9 ol walitti qabame
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Baatiiwwan kurnaan darban keessatti galiin Birrii biiliyoona dhibbi 1 biiliyoona 98 fi miiliyoonni dhibbi 4 fi miliyoonni 77 fi 959 walitti qabamu…
Preezdaant Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Preezdaant FDRI Saahilawarq Zawdee mootii Beeljiyeem Fiiliip Lee’opooleed Luuwii waliin bilbilaan mari’atan.
Preezdaantittiin mooticha waliin biyyooni…
Obbo Gadduun preezdaantii Sudaan kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) – Obbo Gadduun preezdaantii Sudaan kibbaa Saalvaa Kiir waliin mari’atan.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw preezdaantii…
Finfinneetti jiraattoota balaaf saaxilamoo ta’aniif sagantaan daabboo dhiyeessuu baatii 3f eegale
Finfinnee, Caamsaa 2, 2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti jiraattoota balaaf saaxilamoo ta’aniif sagantaan daabboo dhiyeessuu baatii 3f eegale.
Warshaaleen daabboo 2000 abbaa warraa kuma…
Ityoophiyaatti vaayrasiin koroonaa dabalataan namoota 29 irratti argame
Finfinnee, caamsaa 2, 2012 (FBC) –Qorannaa laaboraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti samuudaa namoota 2171 taasifameen namoonni 29 vaayrasii koroonaatin qabamuu isaanii Ministirri Ministeera…
Gatiin boba’aa baatii Caamsaa kanuma duraatin kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) – Gatiin boba'aa baatii Caamsaa kanuma duraatin kan itti fufu ta'uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksise.
Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Baankiin Misooma Afrikaa misooma madda anniisaa haaromuu Ityoophiyaaf liqaa Doolaara miiliyoona 10…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2012 (FBC) –Baankiin Misooma Afrikaa misooma madda anniisaa haaromuu Ityoophiyaaf liqaa Doolaara miiliyoona 10 eeyyamuu beeksise.
Liqaan kun naannoo Tulluu…