Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaayyoon jeequmsa naannoo Beenishaanguul Guumuuz ijaara Hidha Haaromsaa gufachiisuuf ture jedhame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Rakkoon nageenyaa naannoo Beenishaangul Gumuuz godinaa Matakkalitti muudatee ture ijaarsa Hidha Haaromsaa gufachiisuuf kan karoorfamee ta’uu sadarkaa…
Magaalichatti Ayyaana Qilleef oomishaalee qonnaa, bu’aalee loonii fi meeshaalee biroo…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Qilleef kan oolu oomishaalee qonnaa, bu'aalee loonii fi meeshaalee biroo hawaasaaf dhiyeessuuf qophii ga'aa taasisuu Ejansiin…
Baasii doolaara miiliyoona 11 oliin bittaan konkolaattoota fe’umsaa gurguddoo 150 raawwatame
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Tajaajila Loojistiksii Galaanaa Ityoophiyaa Doolaara miiliyoona 11 oliin bittaa konkolaattoota fe'umsaa gurguddoo 150 raawwaachuu beeksise.…
Jilli Ministirri Deettaa Ministeera Fayyaa Feederaalaa Dooktar Darajjee Dhugumaatiin durfamu sochii…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Jilli Ministirri Deettaa Ministeera Fayyaa Feederaalaa Dooktar Darajjee Dhugumaatiin durfamu sochii Hospitaala Aggaaroo daawwateera.
Daawwannaa…
Sirni awwaalchaa Artiist Baayyuush Alamaayyoo raawwate
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Barreessituu, qopheessituu fi taatoon Baayyuush Alamaayyoo raawwateera.
Sirni awwaalchaa Artiist Baayyuush Alamaayyoo bakka…
Ji’oottan jahan darban damee albuuda irraa galii Doolaaraa Ameerikaa miiliyoonaa 300 fi miliyoona 40…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Ji’oottan jahan darban damee albuuda irraa galii Doolaaraa Ameerikaa miiliyoonaa 300 fi miliyoona 40 argamu Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa beeksise.…
Mariin paanaalii hayyootaa fi qooda fuudhattoota damee qonnaa hirmaachise magaalaa Adaamaa galma…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Mariin paanaalii hayyootaa fi qooda fuudhattoota damee qonnaa hirmaachise magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamera.
Sadarkaa Itti Aanaa…
Godina Gujiitti Guyyaa Harka Dhiqannaa Addunyaa dhaadannoo Qulqullinni Harkaa Hundaaf jedhuun…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Godina Gujiitti Guyyaa Harka Dhiqannaa Addunyaa dhaadannoo Qulqullinni Harkaa Hundaaf jedhuun qaamoolee gara garaatii magaala Adoolaa Woyyuutti Kabajame.…
Godina Wallagga Lixaatti Jiraattonni Aanaa Laaloo Assaabii fi Gullisoo gocha ABO Shanee hiriira fi…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Godina Wallagga Lixaatti Jiraattonni Aanaa Laaloo Assaabii fi Gullisoo gocha ABO Shanee hiriira fi sakata’iinsa taasisuun balaaleffatan.…
Qophiin talaallii vayrasii koroonaa galchuuf godhamaa jiru akkauma xumuurameen talaallicha kennuu ni…
Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Qophiin laboraatoorii talaallii vaayrasii koroonaa galchuuf godhamu yoo xumuurame lammiilee biyyattii 20% ta'aniif talaallichi akka kennamu…