Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 388 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 388 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 14 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa jiraataan qorichootaa fi galteewwan yaala fayyaa doolaara miiliyona…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanoonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa Ameerikaa jiraatan qorichootaa fi galteewwan yaala fayyaa yaallamtoota tasaaf tajajilu Doolaara miilyoona…
Artiist Baayyuush Alamaayyoo boqatte
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Barreessituu, qopheessituu fi taatoon Baayyuush Alamaayyoo addunyaa kanarraa du'aan boqatte.
Artiist Baayyuush dhibee tasaa ishee qunnameen yaallamaa…
Magaalaa Finfinneetti ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddootaa fi namoota humna hin qabne kuma…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinneett ayyaana Qillee sababeeffachuun maanguddootaa fi namoota humna hin qabne kuma 50f deeggarsi kan taasiifamu ta'uu bulchiinsa…
Raayyaan ittisa biyyaa tarkaanfii miseensoota garee ABUT irratti fudhate ifoomse
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Raayyaan Ittisa biyyaa haleellaa Maaykaadiraa hoogganaa kan ture Koloneel Yamaan Gabra Mikaa’eeliin dabalatee hooggantoota garee ABUT irratti tarkaanfii…
Barattoonni eebbifamoo 2012 Yuunvarsiitii Addigaraat Yuunvarsiitii Maqaleetti ni eebbifamu
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Barattoonni Yuunvarsiitii Addigaraat Yuunvarsiitii Maqaleetti Muddee 30 hanga Amajjii 1tti gabaasa dhiyeessuun barnoota akka eegalan…
Ambaasaaddar Zannabuu Taaddasaa dhimma ajjeechaa Aggituu Guddaataa ilaalchisee aanga’oota…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Xaaliyaanitti Ambaasaaddar Ityoophiyaa Zannabuu Taaddasaan ajjeechaa Aggituu Guddataa ilaalchisee aanga’oota naannichaa waliin mari’ataniiru.…
Magaalaa Jimmaatti qarqara laga Awweetuu misoomsuuf waliigalteen Birrii miiliyoonni 600 mallata’e
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Magaalaa Jimmaatti qarqara laga Awweetuu misoomsuuf waliigalteen Birrii miiliyoonni 600 mallata’eera.
Waliigalticha bulchiinsi magaalaa Jimmaa…
Hoggantoonni waraanaa olaanoon garee ABUT hedduun booji’amuu ibsame
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu gaggeeffameen hoggantoonni waraanaa olaanoon ABUT hedduun isaanii booji’amuu fi barbadaa’uu ibsameera.…
Dooktar Abiy daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daldalli bilisaa naannoo Ardii Afrikaa gara hojiitti galuu isaatiif erga baga gammadanii dabarsaniiru.…