Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Uummatni Oromoo obbolaa isaa uummata Sidaamaa waliin michooma jabaa qaba – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Ayidee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.…
FMC fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii Chaayinaa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Dhaabbanni Raadiyoo fi Televizhinii biyyaalessaa Chaayinaa tumsaan hojjechuuf waliigaluun ibsame.
Hoji…
Gurmaa’insi haaraan sadarkaa gandaatti hojirra oole bu’aawwan hedduu argamsiise jedhame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee, bulchiinsa magaalaa Roobee Ashookaatti…
Hojimanni sirna itti fayyadama baajata mootummaa bu’a qabeessa taasisu hojiirra ooluufi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC)- Hojimanni sirna itti fayyadama baajata mootummaa bu’a qabeessa taasisu hojiirra ooluuf ta’uu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Hojimaatichi maallaqa…
Obbo Dastaa Leeddaamoon ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa obbo Dastaa Leeddaamoon ayyaana bara haaraa Ummata Sidaamaa Fichee Caambaalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii…
Jaappaan Itiyoophiyaaf xaa’oo kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasiste
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Mootummaan Jaappaan Oomishtummaa Qonnaa Itiyoophiyaa deeggaruuf xaa’oo Yuuriyaa kuntaala kuma 63 ol deeggarsa taasise.
Ministir Deetaan Ministeera…
Ijaarsi daandii Aspaaltii Gincii- Shikutee % 72 irra gahe
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Kiiloomeetira 59 kan dheeratu Ijaarsi daandii Aspaaltii Gincii-Shikutee % 72 irra gahuu Bulchiinsi Daandiiwwanii Itiyoophiyaa beeksise.
Aanaalee fi…
Jireenyi carraa miti, carraaqqiidha – Obbo Kumaa Gabbisaa
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Obbo Kumaa Gabbisaan jiraataa Kutaa Magaalaa Kooyyee Faccee Aanaa Waddeessaati.
Qaama fayyaa dhalachuun yeroon booda rakkoon qaamaa kan isa mudate…
Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Dhimmoota Afrikaa Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira mirgoota namoomaa, hariiroo gamhedduu fi dhimmoota Afrikaa Ingiliiz…
Galmoota Badhaadhina waloo milkeessuun hojiilee hojjetamaniin bu’aawwan abdachiisaan argaman…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti inisheetiivii misooma qamadii jallisii…