Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerarri awwaannisaa Baalee aanaa Raayituutti mudate
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Weerarri awwaannisaa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Raayituutti mudate.
Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Aanaa Raayituu akka beeksisetti…
Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii haaromsaa hojjechaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa shororkeessitoonni idil addunyaa miidhaa osoo hin qaqqabsiisin to'achuu beeksise.
Jeneraal daayreektarri olaanaa…
Hanqinni boba’aa mudate, sochii gufachiisaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hanqinni boba'aa magaalaa Finfinnee fi magaalota naannootti mudate sochii gufachiisaa jira.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet buufataalee raabsaa…
Hojiin diriirsa elektirikii proojektii baaburaa Awaash-Komboolchaa–Gabaa Haaraa itti fufe
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Diriirsa elektirikii proojektii baaburaa Awaash-Komboolchaa–Gabaa Haaraa waliin walqabatee waliigaltee dhabuu Humna Elektirikii Ityoophiyaa fi…
Qamadii alaa galu hanbisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Sharafa alaa olaanaan qamadiin alaa galan hambisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministiri Ministira Qonnaa obbo Umaar Huseen…
Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Ministeerri Geejibaa FDRI raawwii fooyyee agarsiisef beekamtii argate.
Ministeerichi raawwii fooyya'aa agarsiiaa jiruu fi tumsa taasiseef dhaabbata…
Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Yuunvarsiitii Samaraa fi Hoospitaala Duubtii daawwatan.
Barattoota dubartoota yuunvarsiitichaa waliin dhimmoota…
Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Rakkooleen Hidha Haaromsaa duraan turan furamanii hojii dansaan hojjetamaa jiraachuun ibsame.
Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koreen dhaabbii…
Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Jilli aadaa Ityoophiyaa qophiisaa Asmaraatti dhiyeesse.
Jilli aadaa Ityoophiyaa ministir deettaa Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii FDRI aadde Bizuunash…
Dura taa’aan Mana Maree Cee’umsaa Sudaan Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaa waliin…
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) –Dura taa'aan Mana Maree Cee'umsaa Sudaan Leetanaal Janaraal Abdal Fattaah Al Buurhaan ministira Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…