Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miidiyaaleen hawaasaa maqaa Letanaal Jenaraal Ababaw Taaddasaa fi Letanaal Jenaraal Baacaa…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Miidiyaaleen hawaasa maqaa Letenaal Jenaraal Ababaw Taddasaa fi Letanaal Jenaraal Baacaa Dabaleetin banamee akka hin jirree Ministeerri Raayyaa Ittisa…
aanaa Beerootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 5 ol qabu…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Godina Oomoo dhihaa aanaa Beerootti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyi tilmaama Birrii miiliyoona dhibba 5 fi Miiliyoona 86 fi kumni dhibbi 1 kumni 42 qabu…
Oromiyaatti sababa weerara vaayrasii koroonaatin barattoonni miiliyoonni 1.7 barnootasaanitti hin…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti sababa vaayrasii koroonaatin barattoonni miiliyoonni 1.7 gara barnootaa isaaniitti akka hin deebine Biiroon Barnoota…
Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argaman
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Rokkeettoonni gareen ABUT dhukaasaa ture magaalaa Maqalee kuusaa nama dhuunfaa keessatti argamuu ibsameera.…
Dubartoonni iddoolee garaagaraa walitti babba’an magaalaa Asallaatti daawwannaa gaggeessaa jiru
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Dubartoonni iddoolee garaagaraa walitti babba’an magaalaa Asallaatti daawwannaa gaggeessaa jiraachuu himameera.
Daawwannichaan ijaarsi fi…
Godaantoota Eertiraa Tigraay keessatti argaman kuma 25f deeggarsi midhaan nyaataa dhiyaachaa jira –…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Godaantoota Eertiraa Tigraay keessatti argaman kuma 25f deeggarsa middhaan nyaataa dhiyeessaa jiraachuu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti…
Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan rakkoo naannoo daangaa Sudaan waliin uumame karaa nagaan furuuf tattaaffii eegalte cimsitee kan itti fuftu ta’uu Dubbii Himaan Ministeera…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirri Maqalee hojii eegale
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa naannoo Tigraay waajjirasa Maqaleetti argumutti ifatti hojii eegaleera.
Paartiileen morkattoota naannoo Tigraay bilisaan akka…
Dooktar Abiy hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni haguuggii fuulaa sirnaan fayyadamuun ogeeyyii yaalaa akka deeggaran waamicha dhiyeessaniiru.…
Manni maree naannoo Beenishaangul Gumuuz miseensoota mana marichaa 4 mirga himatamuu dhabuu isaanii…
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC)- Manni maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz yaa’ii ariifachiisaa 6ffa bara hojii 6ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen miseensoota mana maricha 4 mirga…