Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Duulli aramaa bocee buqqisuu Haroo Dambalitti gaggeeffame.
Bulchiinsi magaalaa Adaamaa Godina Shawaa Bahaa waliin qindoomuun aramaa…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu godina Gujiitti bu’uraalee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantii fi Qindeessaa Kilaastera Misooma Baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Gujii aanaa Liiban ganda…
Aanichatti abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta’an
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Magaalaa Miinootti Abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta'aniiru.
Projaktiin humna ibsaa ifa aduu…
Magaalaa Maqaleetti tajaajilli baankii laatamu eegale
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Sababa duula olaantummaa seeraa kabachiisuun adda citee kan turee tajaajjilli baankii magaalaa Maqaleetti eegaluu kantiibaan magaalicha obbo Ataakiltii…
misoomni nagaa waaraa fida-MM Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Karoorrii misoomaa biyyoolessaa waggaa 10 nageenyaa fi olaantummaa seeraa galteewwan ijoo taasisee ka’uunsaa adda taasiseera jechun Muummeen Ministiraa…
Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) - Aanaa Waanbaaraatti giddugalli leenjii atileetiksii ijaaramufi.
Naannoo Beenishaanguul Gumuuz Godina Matakkal Aanaa Waanbaaraatti giddugalli…
Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) -Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoome.
Firiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinnee ifoomuu bulchiinsi…
Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Amisoomitti Raayyaan Ittisa Biyyaa Seektarri 3ffaan ergama nageenya kabachiisuu irratti dirqamasaa bahachaa jiru marsaa 6ffaaf Meedaaliyaa badhaafameera.…
Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya…
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) –Koree Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hundeessaan Godina Matakkalitti hojii nageenya kabaachiisuu fudhachuu Birgaader Jenaraal Asiraat Denneeroo…
Komishiinarri Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Nameen ambaasaaddara Kooriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Komishiinarri komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Leellisee Namee Ityoophiyaatti ambaasaaddara Kooriyaaa Kaang Si’ookii waliin mari’ataniiru.…