Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaatti Inisheetiviiwwan 28 hojirra oolaa jiraniin bu’aan qabatamaan argamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Inisheetiviiwwan 28 Mootummaan Naannoo Oromiyaa bocee hojiirra oolche bu’aa qabatamaa argamsiisaa jiraachuun ibsame.
Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne.
Haaluma Kanaan:-
Aadde Ayishaa Mahaammad- Komishinara Komishinii Invastimantii
Obbo…
Ayyaanni Fichee Cambalaalaa ijaarsa Seenessa Waloo keessatti gahee olaanaa qaba- Tajaajila…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 ( FMC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Ayyaana jijjiirraa baraa Uummata Sidaamaa Fichee Caambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessannii dabarseera.…
Ministeerri Dhimma Alaa Hawaasa Dippiloomaasii Finfinneetti argamaniif sagantaa Afxiraa qopheesse
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) –Ministeerri Dhimma Alaa Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun Hawaasa Dippiloomaasii Finfinneetti argamaniif sagantaa Afxiraa qopheesseera.
Sagantichi…
Pireezidaanti Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Israa’eel waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) –Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Israa'eel Abrahaam Nigusee waliin waajjira isaanitti mari'ataniiru.…
Pireezidaanti Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii xumuran…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadiish yeroo hojii isaanii kan xumuran Siikdar Boodiiruuzmaan…
Ijaarsa Piroojektii Sarara giddugaleessaa Doolaara miiliyoona 17.3 ijaaramuuf waliigalteen…
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Magaaloota Sulultaa, Bishooftuu fi Dabrabirhaanitti Ijaarsa Piroojektii Sarara Elektirikaa giddugaleessaa Doolaara miiliyoona 17.3'n ijaaramuuf…
Itiyoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota Gumrukaa tumsaan hojjechuu qabanirratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Itiyoophiyaa fi Keeniyaan buufataalee daangaa babal'isuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari'ataniiru.
Komishiniin Gumrukaa Itiyoophiyaa fi Abbaan…
Kiirgiistaan Embaasii ishee Finfinneetti banuun hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017(FMC) – Paakiistaaniitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dooktar Jamaal Bakar, Paakiistaanitti Ambaasaaddara Kiirgiistaan Avaaziibeek Attaakaanoov waliin dhimmoota…
Ijaarsi bu’uuraalee misoomaa diijitaalaa Itiyoophiyaa biyyoota Afrikaaf barnoota kan ta’udha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 17, 2017 ( FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee misoomaa diinagdee diijitaalaa biyyoota Afrikaaf barnoota ta’u ijaaraa jiraachuu Mootummoota Gamtoomaniitti Komishiniin…