Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa waggoottan shanan dhufanitti hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Pirojektiin Bulchiinsa Yaa’aa ‘ Deeggarsa Bulchiinsa Yaa’aa Jijjiirama cimaa, hammataafi mijataaf’ jedhu ifoomeera.
Pirojektichi Ministeera…
Misoomni bosonaa bu’uura wabii midhaan nyaataa akka ta’uuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Guyyaan Bosonaa Addunyaa 14ffaan mata duree “ Bosonaafi Nyaata” jedhuun Finfinneetti kabajamaa jira.
Hojiilee Ashaaraa magariisaa baroota…
Biirichi baatiiwwan saglan darban qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan saglan darbanitti qabeenya Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 fi miiliyoona 53 olittti…
Guyyoottan kurnan itti aanaan qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u cimee itti fufa –…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Bitooteessa 12 – 22, 2017tti qilleensi jiidhaan uumamuu Roobaaf sababa ta’u guyyaa gara guyyatti cimaa kan deemu ta’uu Inisttityuutiin Raaga Haala…
Itiyoophiyaa fi Baarbaadoos dhimmoota tumsaan hojjechuuf dandeessisanirratti mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamiil Keeniyaatti Komishinara Olaanaa Baarbaadoosii fi Naayiroobiitti bakka bu’aa dhaabbii…
Qonna Arfaasaa bara kanaaf boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Qonna Arfaasaa bara kanaaf Boqqolloo sanyii filatamaan kuntaalli kumni 500 qophaa’uu Ministeerri Qonnaa ibse.
Sanyii kana naannoleen ariitiin…
Dooktar Kaasaahuun Goofeen Daayirektara Olaantuu Dhaabbata Daldalaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahuun Goofeen Daayirektara Olaantuu Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Nikoozii…
Heddumminni Afrikaaf bifaafi seenaa isheeti- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Heddumminni Afrikaaf bifaafi seenaa isheeti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan.
Itiyoophiyaan Feestivaala Aartiifi Aadaa…
Itiyoophiyaan Walga’ii Hoggantoota Olaanoo Inarjii BRICS irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Walga’ii Hoggantoota Olaanoo Inarjii BRICS Biraaziil Biraaziliyaatti gaggeeffamaa jiru irratti hirmaachaa jiraachuun ibsame.
Tumsa…
Manni Maree Naannoo Hararii dhimmoota garaagaraarratti murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 11, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Hararii walga’ii idilee gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mar’achuun murtoo dabarseera.
Manni marichaa wixinee danbii…