Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Geejjibni Maltiimoodaalii tajaajila loojistiksii si’ataa kennuu dandeessisa- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Maariitaayimii Itiyoophiyaa Sagantaa Jalqabsiisa hojii Oppireetaroota Geejjiba Maltiimoodaalii marsaa 2ffaa gaggeesseera.…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa teessoo isaanii Finfinnee ta'e Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daawwannicha Ministeerri…
Raawwiin xaa’oo gara biyya keessaa geejjibsiisuu sadarkaa gaariirra jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Bara baajataa 2017tti raawwiin xaa’oo gara biyya keessaatti geejjibsiisuu sadarkaa gaariirra jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenne
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsqasillaaseef beekamtii kenneera.
Pireezidaanti Taayyeen beekamtii kennameefiif…
Itiyoophiyaafi Israa’el dameewwan garaagaraan tumsa isaanii guddisuuf mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Inarjiifi Bu’uuraalee Misoomaa Israa’el Eelii Koohin waliin dhimmoota…
Oromiyaatti lafa heektaara kuma 500 irraa qamadiin bonee sassaabamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti hanga ammaatti lafa heektaara kuma dhibba 5 irraa qamadiin bonee sassaabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Naannichatti…
Gabaasaaleen Imaammataa Dhimma Alaafi fedhii Itiyoophiyaa hubachuun hojjetamuu qabu jedhame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017(FMC)- Ogeeyyiin miidiyaa haala waqtaawaa addunyaa hubachuun hojiilee faayidaa Itiyoophiyaa kabachiisan irratti xiyyeeffachuun akka hojjetan gaafatame.…
Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti Diippilomaatoota waliin mari’ataa…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa haala waqtaawaa Naannoo Tigraayirratti hawaasa Dippiloomaatoota Itiyoophiyaatti argaman waliin marii gaggeessaa jiraachuun…
Waltajjiin Sochiilee Loojistiksiirratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) –Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waltajjii marii sochiilee Loojistiksii Biyyaalessaa gamaaggamu Magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.…
Magaalonni bakka jireenyaa qofa osoo hin taane giddu gala Oomishaa ta’aa jiru jedhame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Magaalonni galmoota magaalaa qabame milkeessuun karoora imala badhaadhinaa galma yaadameen gahuuf hojjechaa jiraachuun ibsame.
Kunis wabii nyaataa…