Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan nuufis ulfina jedhan Eertiraanonni.
Jilli Eertiraa…
Badhaasni Noobeelii Dilbata Dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa Ni Kaa’ama
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama jedhame.
Ministeerri Aadaa fi…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixineewwan labsii invastimantii fi eksaayiz taaksii koree…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa wixineewwan labsii invastimantii fi eksaayiz taaksii koree dhaabbii dhimmi ilaallatuuf dabarse.
Manni marichaa walga'ii…
Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi’uufi
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi'uufi.
Imbaasiin Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti argamu Koomiishinii Gamtaa…
Fooramiin baqattoota idil addunyaa Jeeneevaa Swiizarlaanditti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Fooramiin baqattoota idil addunyaa Jeeneevaa Swiizarlaanditti gaggeeffamuu eegale
Jilli Ityoophiyaa itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa…
Koonveenshinii Paan Afriikaa fi Wiirtuu Agarsiisaa ijaaruuf mariin taasifame
Koonveenshinii Paan Afriikaa fi Wiirtuu Agarsiisaa ijaaruuf mariin taasifame
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Giddugala Agarsiisaa Finfinneetti Koonveenshinii Paan Afriikaa fi…
Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa har’a waaree booda Eertiraa seenera
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa har'a waaree booda Eertiraa seenera.
Jilli Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii FDRIn duurfamu kun torbee…
Dhaabbatichi dhaabbilee idil addunyaa 2 waliin xaa’oo biyyoo deddeebisuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Dhaabbatichi dhaabbilee idil addunyaa 2 waliin xaa'oo biyyoo deddeebisuuf waliigaltee mallatteesse.
Dhaabbanni Loojastiiksii Geejiba Galaanaa Ityoophiyaa…
Baahir Daaritti shugguxiin 449 to’atame
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti shugguxiin 449 to'atame.
Shugguxii seeran alaa kanneenin ala meeshaaleen koontiroobaandiis to'atameera.…
Deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasifamu bifa hiikkaa qabuun ta’uu qaba- obbo Dammaqaa
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Hawaasni addunyaa deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasisu diinagdee fi hawaasummaa baqattootaarratti bifa hiikkaa qabuun ta'uutu irra jiraata jedhan itti…