Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Beenishaanguul Guumzitti walitti bu’iinsa uumuuf kan turtan namoonni 121 meeshaa waraanaa…
Finfinnee, Hagayya 2, 2012 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumz godina Matakkal aanaa Gubaatti walitti bu'iinsa sabaa uumuuf kan turtan namoonni 121 meeshaa waraanaa waliin to'atamuu…
Sababa weerara vaayrasii koroonaan himanni yakkoota dhimmoota diinagdeen walqabatan adda cituu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan himanni yakkoota dhimmoota diinagdeen walqabatan adda cituu isaa Abbaan Alangaa Waliigalaa beeksise.
…
Weerarri vaayrasii koroonaan yoo hir’ate adeemsa baruu fi barsiisuu eegalchiisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Weerarri vaayrasii koroonaan yoo hir’ate adeemsa baruu fi barsiisuu eegalchiisuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise.
…
Ityoophiyaatti namoonni dabalaataa 552 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, namoonni 15 ammoo lubbuun…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetin namoonni dabalataa 552 vaayrasii koroonaan qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Sa’aa 24 darbetti…
MM FDRI Dooktar Abiy Ahimad galii gurgurtaa Kitaaba Ida’amuurraa argame ijaarsa manneen barnootaaf…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad galii gurgurtaa Kitaaba Ida’amuurraa argame Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 10 ijaarsa manneen…
Shakkamtoonni dabalataa ajjeechaa Haymaanoot Badhaadhaan shakkaman mana murtiitti dhiyaatan
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) - Shakkamtoonni dabalataa ajjeechaa Haymaanoot Badhaadhaatin shakkaman har’a Mana Murtiif dhiyaachuu himame.
Barattuun digrii lammaffaa…
Oromiyaatti Namoonni Dabalataa 86 Vaayrasii Koroonaatin Qabaman
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) - Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 86 vaayrasii koroonaatin qabamuu ibsameera.
Gabaasa sa’aa 24 naannoo…
Shakkamaan yakka ajjeechaa Haacaaluu Hundeessaan shakkamee to’annoo jala oole yakkicha raawwachuu…
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Shakkamaan yakka ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamee to’annoo jala oole yakkicha raawwachuu isaa jecha Poolisiif laateen amanuu ibsame.…
Godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal’ootti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaa godina Harargee Bahaa aanaa Malkaa Bal’ootti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbuu Koomishiniin Poolisii godinichaa…
Sosochiin duula ittisaa fi qorannoo weerara vaayrasii koroonaa eegalame
Finfinnee, Hagayya 1, 2012 (FBC) – Bara haaraa dhufu, bara sodaarraa bilisa ta’ee fi fooyya’aa ta’e taasisuuf baatii Hagayyaa of eeggannoo cimaan darbuun barbaachisaa ta’uu himame.…