Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oromiyaa keessatti kallattii hundaan tasgabbiin jiraachuu Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimmoota Koomunikeeshinii Mootummaa Naannoo Orimiyaa haala yeroo naannichaa ilaalchisuun ibsa laatera.
Guutuun ibsichaa haala…
Gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 459 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbeetti qorannoo laabraatoorii namoota 7,319 gaggeeffamneen namoonni 459 vaayrasichaan qabamuu Ministeerri fayyaa…
Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbetiin namoonni 55 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti sa’aa 24 darbanitti qorannoo laabraatoorii namoota 1,212f hojjetameen namoota 55 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu ibsame.…
Ityoophiyaa damee geejjiba Baaburaan Afriikaa Bahaatti adda duree taasisuuf karoorfamuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) –Karoora misooma waggaa 10 kessaatti Ityoophiyaa damee geejiba Baaburaan Afriikaa Bahaatti adda duree taasisuuf karoorfamuu ibsame.
…
Manni Maree magaalaa Dirree Daawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Manni Maree magaalaa Dirree Daawaa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale.
Manni marichaa yaa’ii idilee 44ffaa bara hojii 2ffaa guyyaa har’aa gaggeessuu kan…
Bara 2013 keessa kenniinsa tajaajila mootummaarratti jijjiirrama bu’araa fiduun dhimma ijoodha –…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfineetti bara 2013 keessa kenniinsa tajaajila mootummaarratti jijjiirrama bu’uraa fiduun hojii ijoo ta’uu Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsan.…
Lagni Awaash guutuun jiraattoonni kumni 32 ol qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’an
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Naannoo Afaaritti lagni Awaash guutuun jiraattoonni kumni 32 ol qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’uu Biiroon Ittisa Balaa fi Wabii Nyaataa…
Yuunvarsiitiin Jimmaa Artiist Haacaaluu Hundeessaaf sirna yaadannoo qopheesse
Finfinnee, Adoolessa 29, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Jimmaa gootaa sabaa Artiist Haacaaluu Hundeessaaf sirna yaadannoo qopheessuu beeksise.
Artiist Haacaaluu Hundeessaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 588 vaayrasii koroonaan qabamaniiru
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa vaayrasii koroonaa sa’a 24 darbeetiin namoota 588 irratti vaayrasichi argamuu fi lubbuun namoota 7 darbuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Duumessa Buufata Xiyyaaraa Boolee tureen xiyyaaronni buufataalee kanaa akka qubatan taasifaman
Finfinnee, Adoolessa 28, 2012 (FBC) – Duumessa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee tureen xiyyaaronni buufataalee kanaa akka qubatan taasifaman.
Haala qilleensaa…