Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti Inisheetiiviin misooma beelladaa dubartootan hojjatamaan…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti guyyaa Dubartootaa Addunyaa sababeeffachuun Inisheetiiviin misooma beelladaa dubartootan hojjatamaan…
Yuuniversiitiin Walloo Barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 320 eebbisiise
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Yuuniversiitiin Walloo Barattoota ogummaa garaagaraan digirii jalqabaa fi 2ffaan barsiisaa ture kuma 1 fi 320 eebbisiise.
Eebbifamtoota keessaa 317…
Guyyaan Dubartootaa Addunyaa giddugala Ajaja Daaloolitti kabajame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan dubartoota addunyaa 49ffaan mata duree ‘jijjiirama hundagaleessa guddina biyyaatiif’ jedhuun giddugala Ajaja Daaloolitti kabajameera.…
Mariin Paanalii Baallii Gadaa Booranaa Gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Walharkaa Fuudhinsa Baallii Gadaa Booranaa 72ffaa sababbeeffachuun mariin Paanaalii Mooraa Yuunivarsiitii Booranaatti gaggeeffamaa jira.
Marii…
Dubartoonni Itiyoophiyaa bilisummaa biyya isaaniif gumaacha olaanaa taasisaniiru – Pireezidaanti…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Dubartoonni Itiyoophiyaa bilisummaa fi guddina diingadee biyya isaaniif gumaacha olaanaa taasisuu Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen ibsan.…
Akkaadaamichi Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa eebbisaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Akkaadaamiin Loltummaa Itiyoophiyaa Qondaaltoota Kaadhimamtoota waraanaa Koorsii Qaanyaw marsaa 70ffaaf eebbisiisaa jira.
Itaamaajoorii Waliigalaa…
Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 Dubartoota qofaan taasifame
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) –Eda halkaan 5:00 eegalee Balalliiwwan Idil Addunyaa 6 guutumaan guutuutti Dubartoota qofaan taasifamuu Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa beeksise.…
Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’ataman…
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Baatiwwan jahan darban Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 1 olitti tilmaamaman to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.
Meeshaaleen…
Guyyaan Dubartoota Addunyaa 49ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 29, 2017 (FMC) – Guyyaan Dubartoota Addunyaa "March 8" akka Addunyaatti yeroo 114ffaaf akka Itiyoophiyaatti yeroo 49ffaaf Magaalaa Shaggaritti kabajamaa jira…
Obbo Saadaat Nashaa ijaarsa buufata Xiyyaaraa Yaaballoo daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Obbo Saadaat Nashaa Godina Booranaatti ijaarsa…