Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu Sudaan Kibbaa gale
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoosiin durfamu daawwannaa hojiif Sudaan Kibbaa Juubaa galeera.
Jilichi turtii…
Piroof. Birhaanuu Naggaan hoggantootaa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan hoggantootaafi hawaasa Yuunivarsiitii Dambi Doolloo waliin mari’ataniiru.…
Himatamtoonni Ustaaz Abbubakar ugguruun Konkolaataa irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Himatamtoota Ustaaz Abbubakar Huseen ugguruun Liibree Konkolaataa jijjiiruun irraa fudhachuuf yaalan hidhaa cimaa fi adabbiin maallaqaa itti murtaa’e.…
Fayyadamummaa Inshuraansii Beelladootaa Horsiisee Bultootaa guddisuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Fayyadamummaa fi hirmaannaa Inshuraansii Beelladootaa Hawaasa Horsiisee Bultootaa guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Gamaaggamni raawwii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa itti fufe
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Waltajjiin gamaaggama raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii Paartii Badhaadhinaa oolmaa guyyaa 2ffaa har’as itti fufee geggeeffamaa jiraachuun…
Damee Miidiyaa fi Kominikeeshiniin hojii bu’aa qabeessi hojjetame – TKM
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Walakkaa waggaa kana keessatti ajandaawwan ijoo mootummaa bu’uureessurratti Damee Miidiyaa fi Koominikeeshiniin hojiin bu’aa qabeessi hojjetamuu…
Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Barsiisonni fi Barattoonni Magaalaa Finfinnee Giddugala Koonveenshinii Idil Addunyaa Addis daawwataniiru.
Giddugalichi kalaqa ogummaa kan…
Pireezidaanti Taayyeen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI fi Eegaa Olaanaan Dhaabbata Badhaasa Qulqullina Itiyoophiyaa Taayyee Atsiqasillaaseen Warshaa Gommaa Addis Horaayizan…
Yuuniivarsiitiin Dambi Doolloo qoranoowwan tekinooloojii biyya fayyadan hojjechaa jiraachuun himame
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017(FMC) - Yuuniivarsiitiin Dambi Doolloo dhaloota beekumsaan ijaarame horachuu bira darbee gama damee tekinooloojiin hojiiwwan biyya fayyadan gumaachaa jiraachuu…
Dooktar Alamuu Simeen Godina Arsiitti Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa waliin sagantaa Afxiraa…
Finfinnee, Guraandhala 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Jaarsolii biyyaa fi Abbootii Amantaa aanaa Martii fi magaalaa Angaadaa waliin…