Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuuniversiitii Jimmaatti Tola ooltoota kuma 1 oliif leenjiin kennamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministeerri Nageenyaa marsaa12ffaa Tola Ooltoota Kuma1oliif Yuuniversitii Jimmaatti leenjii kennuu eegale.
Leenjichi mata duree…
Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituufi jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Dooniwwan fe’umsaa haaraa 6 bituuf ta’uu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaa beeksiise.
Kanneen keessaa 2 bara…
Piroofesar Birhaanuu Naggaan Gimbiitti Mana barumsaa moodeela ‘Biiftuu Gimbii’ jedhamu…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan Godina Wallagga Lixaa Magaalaa Gimbiitti Mana barumsaa moodeela sadarkaa 2ffaa 'Biiftuu…
Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamu eegale
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa raawwii Hojii baatiiwwan jahan darbanii gamaaggamuu eegaleera.
Gamaaggamicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii…
Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa irratti dargaggoota waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan dhimmoota waqtaawaa naannichaarratti dargaggoota magaalaa Maqalee waliin…
Dhaloonni Faaya Aadaa isaa beekuun itti fayyadamuu qaba jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Wal harkaa fuudhiinsa baallii Gadaa Booranaa Marsaa 72ffaa sababeeffachuun agarsiisni Aadaa Aanaa Areerootti gaggeeffama jira.
Namoonni…
Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa hawaasa indaastirii haaraa uumaa jira jedhame
Finfinnee, Guraandhala 27, 2017 (FMC)- Indaastiriin Injinariingii Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa, hawaasni indaastirii haaraan uumamaa akka jiru agarsiistuu ta’uu Itaamaajoor Shuumiin…
Godaantoonni 287 keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC)– Godaantoonni seeraan alaa 287 Keeniyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen 287 faddaaltoota seeraan alaan gowwoonfamanii gara Afrikaa…
Itiyoo Teeleekoom carraa Badhaasawwan garaagaraa argamsiisan baase
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Itiyoo Teeleekoom Konkolaataa Elektirikaan socho’u dabalatee carraa Badhaasawwan garaagaraa maamiltootaaf argamsiisan baaseera.
Guyyaa hundeeffama…
Bara Gadaa kiyyaatti misoomaafi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa’uuf dursa kenneen hojjedha-…
Finfinnee, Guraandhala 26, 2017 (FMC) – Abbaa Gadaa Booranaa 72ffaa ta’uuf kan jiran Guyyoo Boruu bara Gadaa kiyyaatti misoomnii fi nageenyi hawaasaa akka mirkaanaa'uuf dursa kenneen…