Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffiwwan nageenyaa, misoomaafi bulchiinsa gaarii deebisuurratti jijjiiramni galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Gaaffiwwan nageenyaa, misoomaafi bulchiinsa gaarii deebisuurratti jijjiiramni galmaa’uu Paartiin Badhaadhinaa ibse.
Dameen Gurmaa’iinsaa Waajjira…
Waliigalteen nageenyaa kanaan dura taasifame naannoo Somaaleetti nageenyaafi tasgabbii uumeera- ABBO
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Waliigalteen nageenyaa kanaan dura Mootummaa Itiyoophiyaa fi Adda Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen( ABBO) gidduutti taasifame naannoo Somaaleetti…
Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootewoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cheen Haay waliin mari’ataniiru.…
Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daaritti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan…
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar keessatti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa kan mirkaneessan ta’uu Ministirri Muummee Itti Aaanaan Obbo…
Itiyoophiyaan Eksipoo Tuurizimii Idil-addunyaa Barliin irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan Eksipoo Tuurizimii Idil-addunyaa Jarman magaalaa Barliinitti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachaa jirti.
Eksipoo Kanaan bakkeewwan…
Xaa’oon meetirik tooniin kumni dhibbi 6 fi kumni 58 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Bara Oomishaa 2017/18’f kan oolu Xaa’oon meetirik tooniin kumni dhibbi 6 fi kumni 58 fi 249.2 buufata Jibuutiirraa gara biyyaatti geejjibsiifamuu…
Dhaabbanni Abbagaar Uummataa tajaajila uummataaf maluu haala kennuun danda’urra jiraachuu ibse
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017(FMC)- Carraan dhaabbileen diimokiraasii labsii mataa isaaniin bulanii fi walabummaan hojjetan uumamuu Abbaa gaarii Olaanaan Dhaabbata Abbagaar Uummataa…
Naannoo Tigraayitti hambaaleen durii haaromfamaa jiru jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Naannoo Tigraayitti hojiin hambaaleen durii haaromfamaa fi suphamaa jiraachuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Bulchiinsa Yeroo naannichaa ibseera.…
Waliigalteen damee tuurizimii jajjabeessuuf dandeessisu mallattaa’e
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa, Ministeerri Tuurizimii fi Tajaajilli Immigireeshiniifi Lammummaa waliigaltee damee tuurizimii jajjabeessuuf…
Warshaan Dhagaa Cilee Daawuroo carraa Invastimantii ta’e jedhame
Finfinnee, Guraandhala 25, 2017 (FMC) – Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo Invastimantii hawwachuuf carraa akka uumu ibsameera.
Warshaan Dhiqaa Dhagaa Cilee Daawuroo…