Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leenjiin hoggantootaafi ogeeyyii kominikeeshiniifi hariiroo uummataaf kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Leenjiin ijaarsa dandeettii qindeessummaa Damee Hariiroo Uummataa fi Idil-aadunyaa Paartii Badhaadhinaan hoggantootaafi ogeeyyii kominikeeshiniifi hariiroo…
Itiyoophiyaan rakkoolee naannawaa furuuf tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibste
Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan rakkoolee naannawaa furuuf Gamtaa Awurooppaa dabalatee qaamolee qooda fudhattootaa waliin tumsaan hojjechuu akka itti fuftu ibste.
Ministirri…
Galiin waggaa Geejjiba Galaanaafi Loojistiksii Birrii biiliyoona 48 gahe
Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Hojiilee fooyya’iinsaa waggoottan jijjiiramaa hojjetamaniin galiin waggaa Geejjiba Galaanaafi Loojistiksii Birrii biiliyoona 17 irraa Birrii biiliyoona 48 gahuu…
Oromiyaatti oomisha mi’eessituuf xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti oomisha mi’eessituuf xiyyeeffannoon kennamee hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Naannichatti hanga bara 2010’tti uwwisni misooma…
Oromiyaatti baatiiwwan 9 darban hojii barbaaddota miiliyoona 1 fi kuma 900 oliif carraan hojii…
Finfinnee, Ebla 3, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti baatiiwwan 9 darban hojii barbaaddota miiliyoona 1 fi kuma 900 fi kuma 45 oliif carraan hojii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa…
Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa agarsiiftuu gahumsaa fi Guddina Raayyaa Ittisaati – Injinar Ayishaa…
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Humni Qilleensaa Itiyoophiyaa agarsiiftuu gahumsaa fi galma’uu riifoormiif ragaa ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mahaammad ibsan.…
Hidhattoonni Naannoo Amaaraa keessa socho’an gara mariitti akka dhufan haalli mijataan qophaa’e…
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Humnoonni Hidhannoonni Naannoo Amaaraa keessa socho’an gara mariitti akka dhufan haalli mijataan qophaa’uu Komishiniin Maree Biyyaalessaa beeksiise.…
Yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa milkaa’inaan gaggeessuuf qophiin taasifamaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Yaa’ii jijjiirama qabeenya qilleensaa Afrikaa 2ffaa milkaa'inaan gaggeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa beeksise.…
Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Beenzilli seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Beenzilli seeraan ala daddabarfamaa ture Barmeelli 96 to’atamuu Qajeelchi Poolisii magaalichaa beeksise.
Boba’aan kun…
Chaayinaan damee Meekaanaayizeeshinii qonnaan Itiyoophiyaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu ibsite
Finfinnee, Ebla 3, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen jila Pireezidaantii itti aanaa Korporeeshinii Indaastirii Mashinarii Biyyaalessa Chaayinaa Lii…