Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…
Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finifinnee galan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit Finfinnee galaniiru.
Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit…
Pireezidaanti Shimallis Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Shandoong Juunjii Soongii waliin…
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Bulchiinsa Shandong Junjii Soongiifi Bakka Bu'oota…
Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin ‘Ye Addaam’ ifoome
Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministira Dhimma Alaa duraanii FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin 'Ye Addaam' ifoomeera.
Sagantaa…
Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa dabalatee Yakkoota biroo waliin ittisuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan Shororkeessummaa,daddabarsa namootaa seeraan alaa fi Yakkoota daangaa ce’oo waloon ittisuuf waliigalaniiru.
Waliigalticha…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Dhimma alaa Ajeelriyaa Ahimad Attaaf waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin dhimmoota gamlamee…
Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ugaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ajajaa waliigalaa Raayyaa Ittisaa Ummata Ugaandaa Jeneraal Muheezii Kaayineeruugbaa waliin mari’ataniiru.…
Dooktar Abiy ergaa Pireezidaantii Aljeeriyaarraa ergame fuudhan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa Pireezidaantii Aljeeriyaa Abdulmajiid Teebunee irraa ergame fudhachuu ibsan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa hariiroo waloo caalmaatti cimsuuf qooda olaanaa qaba –…
Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Yaa’iin hoggantoota Gamtaa Afrikaa 38ffaan hariiroo waloo Itiyoophiyaa caalmaatti cimsuuf qooda olaanaa qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…