Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Injifannoon Adwaa miira hininjifatamuu gonfachiisuun qabsoo birmadummaa kan itti fufsiisedha-…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa miira hin injifatamuu gonfachiisuun qabsoo birmadummaa kan itti fufsiisedha jechuun Pireezidaantonni Naannolee garaagaraa ibsan.…
Injifannoon Adwaa miira waloo Seenessa Waloof bu’uura kaa’edha-Afyaa’ii Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Injifannoon Adwaa miira waloo Seenessa Waloof bu’uura kaa’edha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar.
Obbo Aganyahu…
Adeemsa Itiyoophiyaan miseensummaa DhDA’f taasistu kara faayidaa biyyaalessaa kabachiiseen ta’a-…
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC) – Adeemsa Itiyoophiyaan miseensummaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaaf taasistu kara faayidaa biyyaalessaa ishee kabachiiseen akka ta’uuf…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Barattoota damee Fayyaan barsiisaa ture eebbisise
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Yuunivarsiitii Finfinneetti Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Barattoota saayinsii fayyaan barsiisaa ture 197 eebbisiseera.
Eebbifamtoota keessaa…
Adwaan Duula nageenyaaf taasifameedha-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 22, 2017 (FMC )-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa 129ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan.
Duula Adwaa dura…
Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Guyyaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa kan kabajnuuf duudhaalee injifannoo isaa damee misoomaa fi nageenyaan irra deebi’uufi jedhan Ministirri Tajaajila…
Hidhi Haaromsaa Adwaa 2ffaa biyyattiin hiyyummaarratti injifannoo goonfatteedha jedhame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa Adwaa 2ffaa Itiyoophiyaan hiyyummaarratti Injifannoo goonfatte ta’uu Waajjirri Qindeessaa…
Caffee Oromiyaaf beekamtiin kenname
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Caffeen Oromiyaa milkaa’ina kabajaa guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota 19ffaaf gumaacha olaanaa taasiseef Mana Maree Federeeshinirraa…
Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdeef bu’uura kaa’an hojjetamuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Hojiileen ce’umsa diijitaalaa guddina diinagdee Itiyoophiyaaf bu’uura kaa’an hojjetamuu Ministeerri Innooveeshiniifi Teeknooloojii beeksise.…
Obbo Awwaluu Abdiin ijaarsa Buufata Konkolaataa Magaalaa Walisoo daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin buufata konkolaataa Qindaa'aa magaalaa Walisootti ijaaramaa jiru…