Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan Naannoo Oromiyaa tarkaanfii addaa misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Inisheetiivii misooma qamadii mekanayizeshinii qonnaan deeggaruuf hojjetaa jiraachuu Pireezidaantii Itti aanaan mootummaa…
Torbee feestivaalaa aadaa 16ffaan magaalaa eegalame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen torbee feestivaalaa aadaa 16ffaa guyyoota 3’f turu eegalchiisan.
"Aadaawwan keenya dirree…
Hinta’u kan jedhame ta’ee agarre; jireenya keenya boruufis abdii guddaa nuuf ta’e – Qonnaan Bultoota…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Qonnaan Bultoonni Kutaa Magaalaa Sulultaa Lafa midhaan hinbiqilchu jedhamee barootaaf ashuffee qofa magarsaa ture jallisii boneen qamadii misoomsuun…
Qondaaltota Humna Qilleensaaf sirni Gulantaa kennuu gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC)- Miseensota Humna Qilleensaa bara 2017 hojii isaaniin raawwii olaanaa galmeessan 697'f sirni gulantaa kennuu gaggeeffameera.
Ajajaa Olaanaan Humna…
Ministeerichi xaa’oon yeroon geejjibsiifamee xumuramuu akka qabu hubachiise
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii waqtiin Gannaa osoo hin seeniin xaa’oon gara biyya keessaatti geejjibsiifamuun qonnaan bulaaf raabsamuu akka…
FMC fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshinii fi Yuunivarsiitiin Bulee Horaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigalticha Hojii Raawwachiisaan…
Dhaloota aadaa isaa beeku horachuuf haaromsi aadaa barbaachisaa ta’uun himame
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC)- Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa Giddugala Aadaa Oromootti Aartistoota Oromoo waliin haaromsa aadaa irratti mari'achaa jiraachuun ibsameera.…
Oromiyaatti bara kana Barattoonni kumni 200 ol Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ni fudhatu –BBO
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC )- Naannoo Oromiyaatti bara Barnootaa 2017 barattoonni kumni 200 fi kumni 12 fi 600 ol Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa kan…
Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan Kibbaa-Yuugaandaaf kutannoo qabaachuu ibsiteetti.
Waliigalteen…
IGAD murannoo Itiyoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo isaanii cimsuuf agarsiisan dinqisiifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) murannoo Itiyoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf agarsiisan…