Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan hojiirra oolmaa waliigaltee Kooriidarii Jibuutii- Itiyoophiyaa-Sudaan Kibbaa-Yuugaandaaf kutannoo qabaachuu ibsiteetti.
Waliigalteen…
IGAD murannoo Itiyoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo isaanii cimsuuf agarsiisan dinqisiifate
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC) – Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) murannoo Itiyoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo dippiloomaasii isaanii cimsuuf agarsiisan…
Giddugalli Konveenshinii Idil-addunyaa Addis tattaaffii damee walgahii, konfiraansii fi…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2017 (FMC )- Giddugalli Konveenshinii Idil-addunyaa Addis tattaaffii damee walgahii, konfiraansii fi egzibiishinii cimsuuf taasifnuuf humna dabalataati jedhan…
Daawwannaan Dooktar Abiy Ahimad Somaaliyaatti taasisan hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Daawwannaan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Somaaliyaatti taasisan hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti fooyyessuuf faayidaa…
Raayyaa ittisa biyyaa ergama kennameefiif of qopheessu ijaaruun cimee itti fufa – L/J Yilmaa…
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Letanaal Jeneraal Yilmaa Mardasaan, Qondaaltoota Olaanoo Koollejjii Leenjii Akkaadaamii Hoggansaa Humni Qilleensaatti…
Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa waliigaltee Deeggarsa Doolaara miiliyoona 60 mallatteessan
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Baankiin Addunyaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuun sirna Fayyaa dubartootaaf kan oolu waliigaltee Deeggarsa Doolaara…
Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa
Gabeessummaa Qonnaa Keenya Akkamiin Haa Mirkaneessinu?
Qonni sektara ummanni keenyaa harki caalu irratti bobba’e; dinagdee naannoo keenyaa keessattis damee misoomaa gahee guddaa qabudha.…
Abbaan Taayitaa qabeenyaa fi Bittaa Mootummaa moosaajii Leenjii Diijitaalaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa qabeenyaa fi Bittaa Mootummaa moosaajii Leenjii Diijitaalaa fi Marsariitii haaraa abbaa Taayitichaa ifoomseera.
Tajaajilli…
Qulqullina dhiyeessii humnaa fooyyessuuf karoorri Haaraan qophaa’uu tajaajilichi beeksise
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017 (FMC) – Qulqullina dhiyeessii humnaa fooyyessuuf karoorri Haaraan qophaa'uu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksiseera.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan…
Daandichi dameelee Kaargoo fi Loojistikiin badhaasa lama injifate
Finfinnee, Guraandhala 20, 2017(FMC) – Daandiin Xiyyaaraa Itiyoophiyaa meeshaalee wal’aansa fayyaa geejjibsiisuun damee tajaajila fe’umsaa meeshaalee wal’aansaa fi tajaajila fe’umsaa…