Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korri aadaa dubbisa kitaabaafi hojii Dargaggootaa cimsuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) –Korri aadaa dubbisa kitaabaa fi hojii dargaggootaa cimsuu giddugala aadaa Oromootti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame
Korri aadaa dubbisa kitaabaafi hojii…
Miseensonni WBO waamicha nageenyaa fudhatan galaa jiru
Finfinnee, Mudde 5, 2017 (FMC) –Waliigaltee Nageenyaa taasifame hordofee Miseensonni Waraanaa Bilisummaa Oromoo waamichaa nageenyaa fudhatan galuu itti fufuun ibsameera.
Haaluma kanaan…
Aadde Adaanech sadarkaa ijaarsa Gamoo Manneen waliin jireenyaa Abbaa Darbii sagalii daawwatan
Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen sadarkaa ijaarsa Gamoo manneen waliin jireenyaa abbaa darbii sagalii lama kutaa magaalaa…
Godinichatti Pirojektonni 443 Birrii Miiliyoona 700 fi miiliyoona 16 oliin ijaaramaa jiraachuun…
Finfinnee,Mudde 5, 2017 (FMC) – Godina Harargee Lixaatti pirojektonni misoomaa garaagaraa 443 Birrii miiliyoona 700 fi miiliyoona 16 fi kuma 800 oliin ijaaramaa jiraachuun ibsame.…
Kaadhimamtoonni Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uuf dhiyaatan falmii filannoo…
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaadhimamtoonni Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta'uuf dhiyaatan har'a galma walga'ii gamtichaatti falmii filannoo gaggeessaniiru.
Tokkummaa…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari’achuun…
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee Walga'ii Idilee 4ffaa waggaa 4ffaa har'a gaggeesseen ajandaalee misoomaaf faayidaa olaanaa qabanirratti mari'achuun…
Ministeerri nageenyaa fi UNICEF waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Ministeerri Nageenyaa fi Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Deeggarsa Daa’immanii (UNICEF) walitti bu’iinsa ittisuu fi ijaarsa nageenyaa irratti waloon…
Dhibdee Itiyoophiyaaf falli waaraan maree biyyaalessaa eegalle waloomaan milkeessuudha- Pir.…
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)-Dhibdee Itiyoophiyaaf falli waaraan maree biyyaalessaa eegalle waloomaan milkeessuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Hojiileen misoomaa Magaalaa Dasseetti hojjetamaa jiran jajjabeessoodha-Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Magaalaa Dasseetti hojiilee misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Dassee Magaalaa…
Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreen haleelte
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Raashiyaan bu’uuraalee misooma Anniisaa Yuukreenirratti haleellaa bal’aa ta’e raawwachuu Raayyaan Ittisaa biyyattii beeksise.
Haleellaan kun haleellaa…