Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa aanaalee garaagaraatti miseensoonni WBO karaa nagaan galaa jiru.
Godina Wallagga Lixaa fi Shawaa Kaabaa Aanaalee…
Jilli Piroofesar Birhaanuun durfamu Godina Arsii aanaalee adda addaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Piroofesar Birhaanuu Naggaan durfamu Godina Arsii aanaalee garaagaraatti hojiilee misoomaa daawwate.
Jilli kun aanaa…
Ministiroonni Magaalaa Samaraatti hojiilee misoomaa daawwatan
Finfinnee,Mudde 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injinar Habtaamuu Ittafaa fi Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Magaalaa…
Misooma Kooriidariin hojiileen eegalaman bu’aa qabeessa ta’aa jiru-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Magaalota miidhagoo fi ammayyaa’oo taasisuuf misooma kooriidariin sochiileen eegalaman bu’aa qabeessa ta’aa jiru jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Finfinneetti shakkamtoonni ergama garee shororkeessaa raawwachuuf socho’aa turan afur to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Poolisiin…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan misooma qamadii Aanaa Agaarfaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 4, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan Godina Baalee Aanaa Agaarfaatti misooma qamadii kilaastaraan misoomaa jiru daawwatan.…
Magaala Cichoomtuu onnee Afrikaa; Finfinnee
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Daayrekarri Olaanaan Mana Barumsa Biyyaalessa Afrikaa Kibbaa Buusaanii Nigkaaweeniin waa'ee magaalaa Guddaa Afrikaa Finfinnee Deeyilii Maaviikiin…
Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa kan deeggartu ta’uu ibsite
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Ameerikaan waliigaltee Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan taasisan kan deeggartu ta'uu ibsite.
Waliigaltee biyyoonni lamaan guyyaa kaleessaa fayyadamummaa waloo…
Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra – Pir.Shimallis…
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) – Gandoota Godina Baalee keessa naanna'uun daawwannaa gaggeessineen Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata gidduutti argamu dhageenyee argineerra jedhan…
Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaa Tiraafikaa hir’isuu ibsame
Finfinnee, Mudde 3, 2017 (FMC) –Magaalaa Finfinneetti hojiin Misooma Koriidarii balaan Tiraafikaa akka hir'atu taasisuu Abbaan Taayitaa Manaajimantii Tiraafikaa magaalichaa beeksiseera…