Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan balaawwan nam-tolchee fi uumamaan mudatan ittisuuf dursa kennee hojjechaa jira- Aadde…
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2017 (FMC)-Godina Jimmaa Aanaalee Sigigni lafaa mudatee fi lammiilee naannawaa kanneen jiraatan baraaruun haalota danda’amurratti mariin gaggeeffamaa jiraachuun…
Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC) – Dabra Birhaanitti Warshaan oomisha Baatirii konkolaataa Birrii biiliyoona 1’n ijaarame eebbifameera.
Warshichi dhaabbata ‘Siifan Niiw Inarjii…
Teeknoloojii furtuu rakkoo taasisuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Dooktar Warquu Gaachanaa
Finfinnee, Guraandhala 18, 2017 (FMC)-Teeknoloojii furtuu rakkoo taasisuuf, hojiileen eegalaman cimanii itti fufu jechuun Miseensi Mana Maree Paartii Badhaadhinaa fi Daayrektarri Olaanaa…
Beekumsaa fi horataalee keenya misooma barnootaa egeree qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna-Pir.…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)–Beekumsaa fi horataalee keenya caalmaan misooma barnootaa egeree keenya qajeelchan irratti dhangalaasuu qabna jechuun Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan walta’iinsa isaanii akka cimsan ibsan
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaa fi Chaayinaan walta’iinsa isaanii akka cimsan ibsan.
Fooramiin daldalaa fi iinagdee itiyoo-Chaayinaa 2025 Magaalaa Finfinneetti…
Da’oo Sinqilleetti Qorkeewwan argaman akka gosa hawaasaatti ilaalamu
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraarootti Da’oon Qorkeewwan Sinqillee bara 1964 hundeeffame.
Da’oo kana keessatti Qorkeewwan argaman yeroo yeroon…
Hariiroon Paartii Badhaadhinaa fi Paartii AK cimee itti fufeera-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Hariiroon damee hedduu Paartii Badhaadhinaa fi Paartiin AK Turki cimee itti fufuu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos ergamaa addaa Iraan Al Habiib waliin mari’ataniiru.
Biyyoonni lamaan qaroominaa fi…
Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti Warshaan Zayitaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 50’n ijaarame eebbifameera.
Pireezidaantiin…
Itiyoophiyaan mirgi namoomaa akka kabajamuu fi olaantummaan seeraa akka mirkanaa’uuf kutannoon…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaan mirgi namoomaa akka kabajamuu fi olaantummaan seeraa akka mirkanaa’uuf kutannoon kan hojjettu ta’uu Ministirri Ministeera Haqaa Aadde…