Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’an
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Godaantoonni seeraan alaa 83 Jibuutiirraa gara Itiyoophiyaa deebi’uu Jibuutiitti Embaasiin Itiyoophiyaa beeksise.
Embaasiin Itiyoophiyaa…
Itiyoophiyaatti sirni tajaajilli loogiirraa bilisaa itti kennamu diriireera- Obbo Mahaammad Idiriis
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Itiyoophiyaatti sirni tajaajilli loogiirraa bilisaa itti kennamu diriireera jechuun Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Mahaammad Idiriis ibsan.…
Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Bidiruun Haroo Haramaayaarra namoota 8 feetee imalaa turte garagaluun lubbuun namoota 3 darbuu Poolisiin Kutaa Magaalaa Haramaayaa beeksise.…
Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 55 olitti tilmaamaman to’ataman
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Guraandhala 7 – 13, 2017tti hordoffii taasiifameen Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 55 olitti tilmaamaman to’atamuu…
Sabdaaneessummaa daran cimsuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaadha-Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Sabdaaneessummaa daran cimsuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uu Ministirri Itti Gaafatamaa Damee Gurma’insa Paartii Badhaadhinaa Obbo Fiqaaduu…
Magaalonni giddugala Konfiraansii ta’uun tuuriizimiif akka gumaachan qophaa’ummaa isaanii cimsuu…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC)– Magaalonni Oromiyaa giddugala Konfiraansii ta’uun tuuriizimiif akka gumaachan qophaa’ummaa isaanii cimsuu fi deeggarsa taasisuu akka barbaachisu…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Mana Barumsaa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Baaroo Mootummaa…
Gaaffilee bu’uuraa uummanni kaasu deebisuuf hojjetamaa jira – Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalaa Walqixxeetti mariin ummataa taa’amaa jira.
Akka biyyatti qormaatilee hedduu ce’uun bu’aa gaariin…
Komishinichi waltajjii ajandaa walitti qabuu qaamoleen qoodafudhattoonni federaalaa itti hirmaatan…
Finfinnee, Guraandhala 17, 2017 (FMC) –Komishiniin maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa qooda fudhattoota sadarkaa federaalaa maricha irratti hirmaachuu qabu jedhe irraa ajandaa walitti qabuuf…
Magaalaa Walqixxeetti Konfiraansiin Uummataa taa’amaa jira
Finfinee, Guraandhala 17, 2017 (FMC )- Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Magaalaa Walqixxeetti konfiraansiin Uummataa gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Konfiraansicharratti Ministirri…