Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni biyyoota miseensa Yaa’a Laga Naayil Hidhaa Haaromsaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Ministiroonni, dippiloomaatonnii fi gaazexeessitoonni biyyoota miseensa Yaa’a Laga Naayil Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Hojiileen hunda galeessaa fayyadamummaa ummataa guddiseera-Obbo Malaakuu Allebal
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Hojiileen hunda galeessaa fayyadamummaa Ummataa guddisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo Malaakuu Allebal ibsaniiru.
Konfiraansiin…
Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Dabra Birhaanitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Dabra Birhaanitti gaggeeffamaa jira.
Konfiransicharratti Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Dameen Oromiyaa…
Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC)-Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeeffamaa jira.
Konfiraansiin jiraattota Godinaalee Arsii Lixaa, Baalee, Baalee Bahaa, Gujii fi…
Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Boongaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) –Koonfiraansiin Ummataa Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Magaalaa Boongaatti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Itti Aanaa Mootummaa…
Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Bishooftutti taa’amaa jira.
Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’adaa Abdurrahman, Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo…
Konfiraansiin Ummataa Magaalaa Naqamteetti taa’amaa jira
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa Magaalaa Naqamteetti taa’amaa jira.
Konfiransiin jiraattota Godinaalee Wallaggaa arfanii fi Magaalaa…
Soomni kan cubbuu itti injifannu ta’uu qaba–Abunee Maatiyaas
Finfinnee, Guraandhala 16, 2017 (FMC) – Paatiriiyaarikiin Mana Amantaa Ortodoksii Waloomaa Eebbifamoo Abunee Maatiyaas Sooma Guddaa Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun…
Obbo Adam Faaraah Ankaaraa galan
Finfinnee, Guraandhala 15, 2017 (FMC) –Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii…
Raadiyoon quunnamtii garee shororkeessaa Shaneef dabarfamuuf turan to’ataman
Finfinnee, Guraandhala 15, 2017(FMC) –Raadiyoon garee shororkeessaa shanee shawaa kaabaa keessa socho'uuf dabarfamuuf ture to’atamuu Tajaajilli Odeeffannoo fi Nageenyaa Biyyaalessaa…