Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqinni raawwii Piroojektoota misooma jallisiirratti mul’atu hawaasa biratti komii uumuu ibsame
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Hanqinni raawwii ijaarsa Piroojektoota misooma jallisii guguddoorratti mul’tan hawaasa biratti komii uumuu Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa ibsan.…
Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase hin…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Manneen barnootaa magaalaa Jimmaa keessatti argaman % 55 ol ulaagaa Ministeerri barnootaa baase kan hin guutne ta’uu ibsameera.
Magaalaa Jimmaatti manneen…
Ayyaanni Diishtaa Giinaa kabajamaa jira
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti ayyaana bara haaraa saba Aarii kan ta’e ayyaanni Diishtaa Giinaan Magaalaa Jiinkaatti kabajamaa jira.
Ayyaanni kun mata duree…
Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman adeemsa baruu fi barsiisuu eegalan
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Guyyaa Kaleessaa kan eebbifaman Manneen Barnootaa Galaan Guuraatti argaman 3 adeemsa baruu fi barsiisuu eegalaniiru.
Hogganaan Biiroo Barnoota Magaalaa…
Komishinichi milkaa’ina ajandaa walitti qabuu Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaaleessaa milkaa'ina ajandaa walitti qabuu Naannoo Oromiyaatti gaggeefamuuf haala mijeessitoota waliin mari'achaa jira.
Adeemsi…
Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoodha – Dooktar Abiy…
Finfinnee,Mudde 1, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa ariitiin guddachaa jiran keessaa ishee tokkoo ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.…
“Dishtaa Giinaan” ayyaana Duudhaalee nageenyaa, jaalalaa, tokkummaa fi waldeeggaruu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Jijjiirraa bara haaraa Saba Arii “Dishtaa Giinaa” ilaalchisuun Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Xilaahuun Kabbadaan ergaa baga geessanii…
Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Muummee Itti Aanaa Cheek waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Ministrri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Ministira Muummee Itti Aanaa Rippaabilikii Cheek Maariyaan Juureeskaa waliin mari’ataniiru.
Marii…
Aanaa Muunessaatti miseensonni WBO karaa nagaa filachuun galan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)-Godina Arsii Aanaa Muunessaatti waliigaltee nageenya Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qondaaltoota WBO gidduutti taasifame hordofuun miseensonni WBO karaa…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Gaanaa filamaniif ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Gaanaa ta'uun kan filaman Joon Mahaamaaf ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy…