Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Tamasgeen Xurunaan Magaalaa Daare Salaam galan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee Itti Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Taanzaaniyaa Magaalaa Daare Salaam galaniiru.
Obbo Tamasgeen yeroo 3ffaaf yaa’ii oomishtoota…
Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Itti Aanaa Barreessaa olaanaa Mootummoota…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa'eel Itti Aanaa Barreessaa olaanaa fi Itti Gaafatamaa Nageenyaa…
Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an galchuuf jecha tajaajila mootummaa maallaqaan bituun…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Oomishaalee sadarkaa gadi ta’an biyya keessa galchuuf jecha tajaajila mootummaa maallaqaan bituuf yaaluun gonkumaa akka hindanda’amne Ministeerri…
Daandiin Qilleensichaa badhaasa Daandii filatamaa fe’umsaa Afrikaa injifate
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa Daandii Qilleensaa filatamaa fe’umsaa Afrikaa 2025 injifachuu beeksise.
Dabalataan Daandii Qilleensaa…
Qondaaltonni Olaanoo Mootummaa Pirojektoota Misoomaa Magaalaa Goondar daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)- Qondaaltonno Olaanoo Sadarkaa Federalaa Pirojektoota Misoomaa Magaalaa Goondar itti ijaaramaa jiranii fi hojiilee investimentii daawwataniiru.…
Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa boruu eegalee taa’ama
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Konfiraansiin Ummataa sadarkaa biyyaalessaa boruu eegalee magaalota 25 keessatti kan taa’amu ta’uu ibsame.
Konfiraansichi Miseensota Koree Hojii…
Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf Caalmaatti ni hojjetama –WMM
Finfnnee, Guraandhala 14, 2017(FMC) - Gaaffiilee hawaasaa deebisuuf caalmaatti kan hojjetamu ta’uu Waajjirri Ministira Muummee ibse.
Komii fi gaaffii ummataaf deebii kennuuf hojiilee…
Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu…
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Hojiin Itiyoophiyaan naannawichatti nageenya waareessuuf hojjechaa jirtu kan dinqisiifamu ta’uu Itti Aanaa Barreessaa Olaanaan Mootummoota Gamtoomanii…
Oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabameera-Ministeericha
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC)-Hanga ammaatti oomishni qonnaa kuntaalli miliyoona 601 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Ministeerichi raawwii baatiiwwan ja’an darbanii…
Daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Yaadannoo injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2017 (FMC) – Yaadannoon Injifannoo Adwaa erga eebbifamee daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 200 fi kumni 46 ol Adwaa daawwachuu isaanii ibsame.…