Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitiin Goondar Barattoota damee Fayyaan barsiisaa ture eebbisise
Finfinnee, Guraandhala 8,2017 (FMC)-Yuunivarsiitiin Goondar Barattoota Damee fayyaan barsiisaa ture 366 eebbisiseera.
Barattoota 366 keessaa 112 Dubartoota ta’uun ibsameera.
Haaluma…
Doktar Abiy Ahimad invastaroota garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 8, 2017 (FMC)- Minsitirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Aliikoo Daangootee fi Toniyoo Elumeelu waliin mari’achuu ibsan.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa…
Dooktar Abiy Daayirekteera Olaanaa Giloobaal Fandi waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7,2017 (FMC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayirekteear Olaanaa Giloobaal Fandi Piiter Saandis waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Pireezidaantiin Seeraaliyoon Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Seeraaliyoon Juuliyas Maadaa Baayoo yaa’ii 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…
MM Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Zaambiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezidantii Zaambiyaa Hakaayindee Hikleemaa waliin mari’ataniiru.
Pireezidaantichaa waliin taasisan…
Karoora hiixataa hojiirra oolaa jiruun jijjiramni hundagaleessa galmaa’aa jira-Obbo Kaffaaloo…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Karoora hiixataa carraawwan misoomuu giddugaleeffachuun qindoomina humnoota walootiin hojiirra oolaa jiruun, jijjiramni hunda galeessa fayyadamummaa…
Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Waliigalaa FAO waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Waliigalaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Mootummoota Gamtoomanii (FAO) Qu Dongiyu waliin…
Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Siingaapoor waliin…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Gamtaa Afrikaa fi Itiyoophiyaatti Ambaasaadara Riippaablika Siingaapoor…
Hogganaan Filisxeem Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Hogganaan Filisxeem Mahimmud Abbaas Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Mahimmud Abbaas wayita Finfinnee…
Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaakiir Maayaardiit Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti…