Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Barri Baajataa 2017 bara milkaa’inaati –Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) –Barri Baajataa 2017 bara cichoominaa fi milkaa’inaati jedhan Pireezidaantii itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam Faaraah.
Paartiin Badhaadhinaa…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 9ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa qaboo yaa’ii, yaa’ii ariifachiisaa…
Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii bara 2017 gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa gamaaggama raawwii xumuraa bara 2017 magaalaa Dirre Dhawaatti gaggeessuu eegaleera.
Waltajjicharratti Pireezidaantii itti aanaa…
Du’aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Dooktar…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Du'aan boqochuu Pireezidaantii duraanii Naayijeeriyaa Muhaammaduu Buhaarii hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu…
Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu’uura boruurratti hojjetaa jira
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Rakkoo qulqullina Barnootaa mudate furuuf mootummaan bu'uura boruurratti hojjetaa jira jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Daa'imman miiliyoonni 2 ol…
Gareen Shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaa dorgommii Shubbisa Faanaa 80 injifate
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Torbeewwan saglan darbaniif dorgomamaa kan ture dorgommiin shubbisa Faanaa 80 olaantummaa garee shubbisa Aadaa Aandi Itiyoophiyaan xumurame.
Dorgommichi…
Bulchiinsi magaalichaa misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessaaf hojjechaa…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) - Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee misooma magaalota naannolee tumsuun badhaadhina hundagaleessa mirkaneesssuf hojjechaa jira jedhan Kantibaan magaalichaa…
Abbootiin Gadaa Arsii fi maanguddoonni seeran tuman
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Yaa'iin Gadaa Sikkoo Mandoo Sirna Murtii Haqaa kennameen xummurameera.
Yaa'ii kana irrattis Seeroonni Shan Lallabamanaaniiru.
Seeroonni…
Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka…
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) –Hojiiwwan raawwataman hedduun, guddina ariifachiisaa yeroo gabaabaa keessatti fiduun akka danda'amu agarsiiftuudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa…
Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2017 (FMC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 7 sanyiin uwwifame jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen.…