Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantoonni Naayijeeriyaa fi Koomooroos Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asumaanii fi kan Naayijeeriyaa Boolaa Ahimad TiinubuunYaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Ministirri Muummeen Ijipti fi Riippaablika Koongoo Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2017 (FMC) - Ministirri Muummeen Ijiptii fi Riippaablika Koongoo Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummeen…
Ministirri Muummeen Leesettoo Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummeen Leesottoo Saamu'eel Maatiiqaaniin Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Saamu'eel…
Ministirri Muummeen Kaameeruun Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummeen Kaameeruun Jooseefjan Guuteen Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Jooseefjan Guuteen…
Pireezidaantiin Laayibeeriyaa Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Laayibeeriyaa Jooseef Yuumaa Buuyikaay Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi…
Pireezidaantiin Ziimbaabiwee Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Zimbaabiwee Eemarsan Minaangaaguwaan Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi…
Walga’ii Idileen 46ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) -Walga'ii Idileen 46ffaa Mana Maree Hojii Raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf taa'amaa ture xumurameera.
Dura taa'aa Komishinii Gamtaa…
Pireezidaantiin Aljeeriyaa Finfinnee dhufan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Aljeeriyaa Abdilmaajiidi Tabuun Yaa'ii Idilee 38ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…
Ministirri Muummee Baarbaadoos Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa’aan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Baarbaadoos Miiyaa Mootaliin Siidaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa jala Abaaboo kaa'aaniiru.
Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Dooktar Geediyoon gita isaanii Keeniyaa fi Ziimbaabiwee waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos gita isaanii Keeniyaa Muusaaliyaa Mudaavaadii fi kan Ziimbaabiwee Dooktar Amoon…