Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tumsi damee barnootaan Itiyoophiyaa waliin qabnu ni cima – Fiinlaandi
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Fiinlaandi tumsa adda addaa Itiyoophiyaa waliin gama barnootaan qabdu cimsuun barbaada jette.
Ministirri barnootaa Pirofeesar Biraanuu…
Warshaan Daabboo Waajjira Giiftii Dureen Samaraatti ijaarame eebbisiifame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Warshaan Daabboo Waajjira Giifti Dureen Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti ijaarame eebbisiifameera.
Warshichi bakka Ministirri Muummee Abiy…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Afaaritti…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Naannoo Afaaritti hojiilee misoomaa daawwataniiru.
Daawwannaa…
Tajaajila geejjiba fe’umsa al-ergiifi galii %50 baaburaan kennuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Tajaajila fe’umsa al-ergiifi galii %50 baaburaan kennuuf hojjetamaa akka jiru Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksise.
Waldaan Aksiyoona…
Pirojektiiwwan jireenya lammiilee waaraan jiijjiiraniif dursi kennama- Dooktar Ergoogee Tasfaayee
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Pirojektiiwwan jireenya lammiilee waaraan jiijjiiraniif dursi kan kennamu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee…
Itiyoophiyaan Keeniyaaf guyyaatti humna elektirikaa meegaa waattii 265 dhiyeessaa jirti
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Keeniyaan bu’uura waliigaltee gurgurtaa humna elektirikaa waliif mallatteessaniin Itiyoophiyaan guyyaatti humna elektirikaa meegaa…
Shaggar fakkeenya obbolummaafi Wal-qixxummaan amantaaleeti – DooktarTashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Shaggar fakkeenya obbolummaafi Wal-qixxummaan amantaalee ta'uu Kaantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan ibsan.
Bulchiinsa magaalaa…
Sagantaa Afxiraa kutaa Magaalaa Kooyyee Facceetti
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) – Sooma ramadaanaa sababeeffachuun Kutaa magaalaa Kooyyee Facceetti Sagantaan Afxiraa daandiirraa qophaa'eera.
Sagantichi bakka sadarkaa itti aanaa…
Naannoon Oromiyaa muxannoo qabeenya Tuuriizimii beeksisuun qabu naannolee biroof qooduu qaba –…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Tuuriizimii Salaamaawiit Kaasaan Komishinara Komishinii Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Leellisee Dhugaa waliin mari'ataniiru.
Damee…
Namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta’an waliin makuun gabaaf…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2017 (FMC) –Magaalaa Hawaasatti namoonni dhuunfaan Buddeena Xaafii wantoota farra fayyaa namaa ta'an waliin makuun gabaaf dhiyeessaa turan 84 to'atamuu Qajeelchi…