Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen Poolisii Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil addunyaa Dubaayirratti hirmaatu shaakala…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Gareen Poolisii Federaalaa Itiyoophiyaa dorgommii deebii Saffisaa Idil Addunyaa ‘SWAT’ Dubaayirratti hirmaatu shaakala taasiisaa jiraachuun ibsameera.…
Barreessaa Olaanaan Paartii Sochii Bilisummaa Ummatootaa Sudaan Kibbaa Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)- Barreessaa Olaanaan Paartii Sochii Bilisummaa Ummatoota Sudaan Kibbaa Piiter Laam Booz Yaa’ii Paartii Badhaadhinaa 2ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Itiyoophiyaan nageenyaa fi guddina naannawichaaf Ruwaandaa waliin tumsaan hojjechuu itti fufti–Obbo…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) –Itiyoophiyaan nageenyaa fi guddina naannawichaaf Ruwaandaa waliin tumsaan hojjechuu kan itti fuftu ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi…
Labsiin Barnoota waliigala ragga’e
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 17ffaa gaggeesseen, labsii barnoota waliigalaa raggaasiseera.
Gabaasaa fi yaada murtoo Wixinee…
Luba Balaay Mokonniin fa’aa hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman itti murtaa’e
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)- Lubni Balaay Mokonniin fa’aan hidhaa cimaa fi maallaqaan akka adabaman Manni Murtii Olaanaa Federaalaa itti murtaa’eesse.
Manni Murtichaa Ramadii…
Daayrektarri Olaantuu IMF Itiyoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Daayrektarri Olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeev Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi jedhame.
Kiristaaliinaa…
Obbo Adam Faaraah Bakka Bu’aa RNI Pirofeesar Mahaammad Saadiik waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC)-Sadarka Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii fi Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhadhinaa…
Barreessaa Olaanaan Paartii ‘Patriotic Front ‘Ruwaandaa Welars Gaasamaageeraan Paarkii…
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinneetti kan argaman Barreessaa Olaanaan Paartii 'Patriotic Front ‘Ruwaandaa Welars…
Aadde Adaanech hirmaattota Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa daawwachiisan
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) –Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattoota Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaarratti hirmaachuuf Finfinneetti argaman hojiilee…
Hirmaattonni Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Hirmaattonni Yaa’ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Piroojektoota misoomaa guguddoo magaalaa Finfinneetti hojjetamaa jiran daawwachaa jiru.
Yaa’ii…