Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adeemsi nagaa lammilee Sudaaniin hogganamu jeequmsa biyyattii hiikuuf barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Jilli Itiyoophiyaa Daayrektara Olaanaa Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseeniin durfamu Yaa’ii dhimma Sudaan irratti magaalaa…
Itiyoophiyaan Badhaasa Nageenya Daandii Kooffii Aanaan 2025 irratti beekamtii argatte
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan bu’aa olaanaa damee geejjibaan galmeessisteef Badhaasa Nageenya Daandii Kooffii Aanaan 2025 irratti beekamtii argatte.
Sagantaa…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pireezidaanti Pool Kaagaamee waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Pireezidaantii Ruwaandaa Pool Kaagaamee waliin mari’ataniiru.…
Muuxannoo al-ergii Veetnaam fudhachuun dandeettii al-ergii keenya guddisuun barbaachisaadha- Dooktar…
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Muuxannoo al-ergii Veetnaam fudhachuun dandeettii al-ergii keenya guddisuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar…
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetnaamitti…
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiifi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Veetnaamitti Yaadannoo Goototaafi Wareegamtootaa akkasumas bakka…
Hoggansiifi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi ittiquufinsa ummataa mirkaneessuuf…
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Hoggansiifi ogeeyyiin sadarkaan jiran kenna tajaajilaafi ittiquufinsa ummataa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon akka hojjeetan Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa…
Dooktar Abiy barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa hojii Veetnaamiitti taasiisaa jiran cinaatti barreessaa olaanaa Paartii Kooministii Veetnaam waliin…
Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaafi Veetnaam dameewwan daldalaafi barnootaan tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallatteessan.
Ministirri Muummee Veetnaam Faam Miin Chiin Ministira…
Rakkoolee dandamachuuf inisheetiiviiwwan eegalaman bu’aa argamsiisaa jiru- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Ilaalcha gargaaramtummaa dhabamsiisuun rakkoolee dandeettii ofiin dandamachuuf inisheetiiviiwwaniifi hojiileen riifoormii biyyaalessaa bu’aa argamsiisaa…
Dargaggoonni miiliyoonni 22 ol tajaajila tola ooltummaa irratti hirmaachuun ibsame
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Baatiwwan saglan darban dargaggoonni miiliyoonni 22 ol hojiilee tajaajila tola ooltummaa garaagaraarratti hirmaachuu Ministirri Ministeera Dhimma…