Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Dandeettii anniisaa maddisisuu ishee Meeggaa Waattii kuma 13tti guddisuuf
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)-Bara Faranjootaa 2028’tti Itiyoophiyaan dandeettii anniisaa maddisiisuu ishee Meeggaa Waattii kuma 13’tti guddisuuf karoorfachuu Pireezidantiin FDRI Taayyee…
Sadarkaan itti fayyadama dhagaa Cilee biyya keessaa gara %65’tti fooyya’iinsa agarsiiseera…
Finfinnee, Amajjii 21, 2017 (FBC)- Sadarkaan itti fayyadama dhagaa Cilee biyya keessaas %0 irraa gara %65.85’tti fooyya’iinsa agarsiiseera jedhame.
Bara 2007 irraa eegalee fedhiin…
Yuuniversiitiin Finfinnee Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Xaaliyaanii waliin tumsaan hojjechaa jira…
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Yuuniversiitiin Finfinnee Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Xaaliyaanii waliin tumsaan hojjechaa jiraachuu Eeggataan Pireezidaantii yuunversiitichaa Dooktar…
Dhaabbanni Maayikiroosofti Tiktokiin dhuunfachuuf jedhame
Finfinnee, Amajjii 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp Maayikroosooft TikTok bitachuuf marii irra akka jiru ibsan.
Gurgurtaa appii miidiyaa hawaasaa kanaa irratti…
Dhaabbileen Barnootaa dhuunfaa galmaa’an ulaagaa guutuu hindandeenye – Abbaa Taayitichaa
Finfinnee, Amajjii 20, 2017, (FMC)- Dhaabbilee barnootaa dhuunfaa akkaataa Ulaagaa madaallii haaraatiin galamaa’an 273 keessaa kan ulaagicha guute tokkoollee akka hin jirre Abbaan Taayitaa…
Yaa’ii Idilee 8ffaan Caffee Oromiyaa Amajjii 30, 2017 eegalee taa’ama jedhame
Finfinnee, Amajji 20, 2017 (FMC) - Yaa'iin Idilee 8ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Amajjii 30, 2017 eegalee akka taa'amu Caffeen Oromiyaa beeksiseera.
Yaa'iin Galma Caffeetti…
Dhaabbileen misooma mootummaa utubaa milkaa’ina guddina dinagdee ta’aniiru –…
Finfinnee, Amajji 20, 2017 (FMC) - Dhaabbileen Misooma Mootummaa boqonnaa bulchiinsaa quubsaa hin taane keessaa bahuun gara madda faayinaansii filatamaa ta’uutti ce'uu hoji gaggeessaa…
Xaaliyaaniin Itiyoophiyaaf deeggarsa liqii Birrii Miiliyoona 500 fi miliyoona 85 kennite
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan ce’umsa dijitaalaa eegaltee fi guddina dinagdee kalaqa bu’uureffate dhugoomsuuf kan oolu deeggarsa liqii Birrii miliyoona 500 fi miliyoona 85…
Manni Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti jalqabaa baname
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Waldaan Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa, Mana Barnootaa Namoomaa Itiyoophiyaatti kan jalqabaa ta’e banuun eerame.
Sirna baniinsa mana barnootichaarratti…
Itiyoophiyaan Afrikaarra biyyoota lakkoofsi tuuristootaa itti dabalee keessaa adda duree taate
Finfinnee, Amajjii 19, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan waggoottan ja’an darban Ardii Afrikaarraa biyyoota lakkoofsi tuuristootaa sadarkaa olaanaan itti dabalee keessaa adda duree ta’uun ibsame.…